Kamisa, Hagayya 28, 2014 Local time: 11:02
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu

Minisootaa Keessummaa Hedduutti Qophii 'Torbaan Oromootiif' Itti Yaahuutti jiraa, Dorgommiin OSFNA, Hagayya 2,2014 Jalqabdi

Dorgommii akkanaa tun eegii jalqabdee ganna kurnya lamaatti deemuutti jirti
Soraa Halakee

OSFNA, Oromo Sport Federation in North America, dorgommii ispoortii Oromootii Amerikaa gama kaabaa baruma baraan qopheeffatan.

Eegii jalqabanii ganna kurnya lamaatti deemuutti jirtii dorgommiin baranaalleen Amerikaa kutaa MN-tti Hagayyaa 2-haga Hagayya 9, MN dorgoman.

Akka itti gaafatamaan sab-qunnmatii OSFNA,Milkeessaa Ukaa jedhetti barana Awustiraaliyaa fi Kanaadaallee waliin garee 19 itti dhufa.

Dorgommii tun fiigichaa maqaa Abbebee Biqilaatiin qopheessan,kubbaa miilaa,ta harkaa,qophii aadaa,qophii maatii,qophii ijoollee,ta nama guddaatii dabalee waan hedduutti jira.

Akka Milkeessaan jedhutti bulchiinsi godina Minneaplisii fi ka St.Paul torbaan qophiin itti dorgoman sun akka Torbaan Oromoo, ‘Oromoo Week’ jedhamee yaamamu moggaase. Dorgommii baranaa mana barumsa MN.,St.Paul,jiru 'Central High School' jedhanitti qopheessan.

Dargaggoo Milkeessaan keessummaa hedduu simachuuf qophii jirraa jedha.

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ትማሊ ስምምዕ ፈሪሞም ዝተባህሉ ተቓወምቲ ደቡብ ሱዳን "ኣይፈረምናን" ኢሎም
  • ዕላል ምስ ኣይዳ ሮቤል ኪዳነ ካብ ሽወደን
  • VOA60 America
  • የኻርቱም ስምምነትና ኅዳሴ ግድብ
  • በደቡብ ሱዳን የተኩስ አቁም ስምምነት ተፈርሟል ወይስ አልተፈረመም?
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
  2. Baqatummaa fi Daafoo Isaa
  3. Gareeleen Wal Waraanan Walii-galtee Tolfatan
  4. Aadaa fi Seenaa abboonni nutti dabarsan kunuunsuun itti gaafatama keenya!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730