Kamisa, Hagayya 28, 2014 Local time: 10:57
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Dirree Dimookiraasii

‘Maqaa Shororkeessummaan Doorsisamuun Qabsoo Karaa Nagaa irraa Nu Hin Deebisu’

Namoo Daandii

Mootummaan Ihaadeg rakkoo dimookiraasii biyyattii keessaa karaa nagaa furuun karaa itti danda’amu marii biyyoolessaaf balbala banuu irra mormitootatti maqaa shororkeessummaa moggaasee hidhuu, doorsisuu fi gidirsuun qabsoo karaa nagaa boodatti deebisuu hin danda’u, jechuudhaan gamtaan paartiilee mormitootaa Medrek ibsa baasee jira.

Barreessaan ol’aanaan paartichaa, Obbo Gabruu Gabre-mariyaam akka jedhanitti, hoogganoonni, miseensonnii fi deggertoonni  gamtaa isaanii, keessumaa Oromiyaa fi Tigiraay keessatti hedduun hidhamanii jiran. Oromiyaa keessatti karoora magaalaa Finfinnee dantaa Oromiyaa dhabsiisa, jedhan mormuudhaan barattoota hiriira nagaa bahan irratti tarkaanfii ajjeechaa fi hidhaa fudhatamee ala gaazzexeessota mootummaa dhugaa jiru gabaasuu yaalan irratti tarkaanfiin fudhatamuu isaa illee dubbatu, Obbo Gabruun. Gaaffii fi deebii guutuu dhaggeeffadhaa. Marsariitiin keenya kan irraa nu dhaggeeffachuu dandeessan.

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ትማሊ ስምምዕ ፈሪሞም ዝተባህሉ ተቓወምቲ ደቡብ ሱዳን "ኣይፈረምናን" ኢሎም
  • ዕላል ምስ ኣይዳ ሮቤል ኪዳነ ካብ ሽወደን
  • VOA60 America
  • የኻርቱም ስምምነትና ኅዳሴ ግድብ
  • በደቡብ ሱዳን የተኩስ አቁም ስምምነት ተፈርሟል ወይስ አልተፈረመም?
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
  2. Baqatummaa fi Daafoo Isaa
  3. Gareeleen Wal Waraanan Walii-galtee Tolfatan
  4. Aadaa fi Seenaa abboonni nutti dabarsan kunuunsuun itti gaafatama keenya!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730