Kamisa, Hagayya 28, 2014 Local time: 15:17
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu

Gabayaan Saliixii Itoophiyaan Alatti Ergattuu Oowwaa Deemuutti Jirti

Midhaan zayiti addunyaatti jaalatamaa deemuutti jiran keessaa tokko Saliixii
x
Midhaan zayiti addunyaatti jaalatamaa deemuutti jiran keessaa tokko Saliixii
Soraa Halakee

Waan Itoophiyaan gabayaa alaatti ergattu keessaa guddoon bunaa,midhaan zayitiiti fi ka akka akkaatti itti aana.

Akka obboo Fiqruu Amanuu,daarekterii misooma bunaa-shaayii fi mi’ooftuu damee ministry qonnaa jedhutti saliixiin tokko;qlleensa gammoojii keessatti biqilti,baa galfachuuf bara hedduu nama hin tursitu,fedhiin zayiti addunyaa dabalaa deemuutti jirti tanaafuu fuula itti deebifahcuutti jirra jedha.

Gatiin bunaa baruma baranaa gadi bu’aa deemti,barbaachisummaan saliixii ammoo baruma baraan dabalaa deemti.

Itoophiyaan biyyoota 55 buna oomishanii alatti ergan keessaa mana 10 keessa jirti.”Ganna sadee afran dabran keessatti saliixii tooni kuma 280tti gabayaa biyya keessaa hagii guddaan biyya alaatti ergamutti oomishame.

Bunii ammoo akka obboo Fiqruun jedhutti toonii kuma 230tti oomishame.

Mee tana ammoo caqasaa
Mee tana ammoo caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

Saliixiin akka obboo Fiqruutti gammoojii jalaatti.Saliixiin biyya 18 oomishaa saliixiin  zayiti dansaa qabdi Itoophiyaan ammoo biyya addunyaa irraa saliixii oomishan keessaa afreessoo.

Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ትማሊ ስምምዕ ፈሪሞም ዝተባህሉ ተቓወምቲ ደቡብ ሱዳን "ኣይፈረምናን" ኢሎም
  • ዕላል ምስ ኣይዳ ሮቤል ኪዳነ ካብ ሽወደን
  • VOA60 America
  • የኻርቱም ስምምነትና ኅዳሴ ግድብ
  • በደቡብ ሱዳን የተኩስ አቁም ስምምነት ተፈርሟል ወይስ አልተፈረመም?
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
  2. Baqatummaa fi Daafoo Isaa
  3. Gareeleen Wal Waraanan Walii-galtee Tolfatan
  4. Aadaa fi Seenaa abboonni nutti dabarsan kunuunsuun itti gaafatama keenya!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730