Kibxata, Hagayya 26, 2014 Local time: 00:31
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laata?

Hoogganaa ta'uun uummata ofii ofitti qabuu malee taayitaa qabatanii taa’uu miti

2014 YALI banner with blue border 308 wide
Tuujubee Kuussaa

Dargaggoo Dararaa Molee konferensii YALI/Young African Leadership Intiative jedhamuu fi kan waggoota afur dura prezidaant Baaraak Obaamaa dhaan labsame irratti argamuuf as Gara Yunited Isteetes dhufe.

Biyya keessatti waggoota shanii fi misooma hawaasummaatti hirmaachuun kan hojjete si’a ta’u yeroo ammaa dhaaba harmee Education for Development Association, jedhamuu fi godina Arsii keessatti argamu keessaa qindessaa sagantaa ta’uun hojjeta.

Dhaabi kun dubartoota, ijoollee, dargaggootaa fi namoota qaamni isaanii hir’uu kanneen gandeen baadiyyaa keessa jiran gargaaruu irratti hojjeta.

Dargaggoo Dararaan garee “Youth for Action and Charity” jedhuuf dura taa’aa akkasumas waajjira mootummaa kan hojii fi dhimmootii hawaasummaa keessas hojjetee jira.

As gara Ameerikaa kan dhufe dargaggoota Itiyoopiyaa kuma lama gumii “YALI” irratti hirmaachuuf galmeeffaman gidduu dhaa kudha lama kan filataman yoo ta’u Dararaan tokko. Waa’een hooggantummaa ykn Leadership cimsee kan yaadachiisu daraggoon kun hoogganaa jechuun taayitaa irratti ol ba’anii taa’uu utuu hin taane uummata ofii ofitti qabanii rakkoo isaa hubachuun waliin hojjechuu dhaa jedha.

Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaa
Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

Comment on this forum
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ተቃውሞን የመግለጥ መብት፥ ኅግና ግጭት በአሜሪካ
  • VOA60 America
  • ቪኦኤ ንመረረት ገለ ዳያስፖራ ኢትዮዽያውያን መልሲ ሂቡ
  • "ተፃባእቲ ደቡብ ሱዳን ንዝተረፈ ስምምዕ ተግባራዊ ዝገብር ውዕል ዘይፈረምሉ ኣብ ኣገላልፃ ሓደ ቃል ስለ ዘይተሰማምዑ`ዩ" :ኣቦ መንበር ኢጋድ
  • VOA60 Africa
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730