Wiixata, Hagayya 25, 2014 Local time: 23:55
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Afrikaa

Dargaggoota Afrikaa fi Prezidaant Obaamaa as Waashington DCtti

x
Tujube Kussa
Perezdaanti Obaamaa fi Dargaggootii Afrikaa DC-tti wal mari'atan
x
Perezdaanti Obaamaa fi Dargaggootii Afrikaa DC-tti wal mari'atan

Dargaggoonni biyyoota Afrikaa gara hoogganummaatti guddataa jiran dhibba hedduun kora guyyoota sadi’iif Har’a Waashington keessatti walga’anii jiran.

Har’a kan as WASHINGTON DC jiru - Hoteela Homnii Shooraam keessatti Ministarri Dhimma alaa Yunaayitid Isteets – Joon Keerii fi prezidaantiin Yunaayitid Isteets – Baaraak duraa booda haasawa dhageessisanii jiran. Waa’elli keenya – Tujubee Horaa bakka walga’ichi itti geggeeffamaa ture – Hoteela Omnii Shoraam irraa deemsa walga’ichaa Namoo Daandiif ibsitee jirtii.

Dargaggoota Afrikaa boor hoogganoota ta’an dhibba shan as Waashintonitti afeeruun kun hariiroo Yunaayitid Isteetsii fi Afrikaa cimsuu qofa otuu hin taane dargaggoota biyyoota Afrikaaf hoogganoota boorii ta’an wal-barsiisuu fi hariiroo sanaa cimsuuf bu’ura ta’a jedhamee jira.

Gabaasaa Guutuu Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

Comment on this forum
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ተቃውሞን የመግለጥ መብት፥ ኅግና ግጭት በአሜሪካ
  • VOA60 America
  • ቪኦኤ ንመረረት ገለ ዳያስፖራ ኢትዮዽያውያን መልሲ ሂቡ
  • "ተፃባእቲ ደቡብ ሱዳን ንዝተረፈ ስምምዕ ተግባራዊ ዝገብር ውዕል ዘይፈረምሉ ኣብ ኣገላልፃ ሓደ ቃል ስለ ዘይተሰማምዑ`ዩ" :ኣቦ መንበር ኢጋድ
  • VOA60 Africa
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730