Wiixata, Hagayya 25, 2014 Local time: 23:58
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa

hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.

x
Namoo Daandii

Maaster Plaanii kan magaalee addaa Oromiyaa Finfinnee jala galcha - jedhame mormuuf kanneen hiriira nagaa ba’an barattoota Oromoo irratti tarkaanfii humnoota mootummaan fudhatame - jedhan ajjeechaa, reebichaa fi hidhaa mormuudhaan as Washington DC kanneen jiraatan miseenonni hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.

Mootummaan Itiyoophiyaa lammiiwwan isaa irratti miidhaan geessisu hammaatee itti fufee jira- kanneen jedhan – miseensonni hawaasa Oromoo kun masaraa Waayit Haawus fuulleetti nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii geggeessanitti kanneen hirmaatan namoonni gara soddomaa ta’an, kaayyoon isaanii miidhaa uummata isaanii mudataa jiru mootummaa Ameerikaa fi addunyaatti beeksisuu ta’uu dubbatan.

Naannoon Masaraa Waayit Haawus bakka tuuristoonni itti heddummaatan waan ta’eef, ergaa keenya lammiwwan Ameeikaa qofa otuu hin taane tuuristoota biyyoota Addunyaa adda addaa irraa dhufanii fi falmitoota mirga dhala-namaa dhaqqabsiifannee jirra – kanneen jedhan – mormitoonni kun, “hedduun isaanii suuraa keenya kaafatanii, barreeffama nu irraa fuudhanii, akka mootummoota biyya biyya isaanitti beeksisanii fi nu waliin dhaabatan waadaa nuuf seenanii jiran”. Qindeessitoota mormii kanaa keessaa, akkasumas, hirmaattota keessaa haga tokko dubbisnee jirra.

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

 

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ተቃውሞን የመግለጥ መብት፥ ኅግና ግጭት በአሜሪካ
  • VOA60 America
  • ቪኦኤ ንመረረት ገለ ዳያስፖራ ኢትዮዽያውያን መልሲ ሂቡ
  • "ተፃባእቲ ደቡብ ሱዳን ንዝተረፈ ስምምዕ ተግባራዊ ዝገብር ውዕል ዘይፈረምሉ ኣብ ኣገላልፃ ሓደ ቃል ስለ ዘይተሰማምዑ`ዩ" :ኣቦ መንበር ኢጋድ
  • VOA60 Africa
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730