Kibxata, Hagayya 26, 2014 Local time: 00:01
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Dirree Dimookiraasii

Dimookiraasii Itiyoophiyaa: Tarkaanfii Tokko gara Fuul-duraatti Lama gara Boodaatti

Namoo Daandii

Dura taa’aan Kongresa Federaalawaa Oromoo fi dura-taa’aan Gamtaa Medrek kan yeroo ammaa Dr. Mararaa Guddinaa eega baatilee as dhiyootii as naannawaa Washington DCka  jiru dhaaba NATIONAL ENDOWMENT FOR DEMOCRACY jedhamuun,  waa’ee deemsa Dimookiraasii geggeessaa jiru.

Dhiyeenya kana jechuun Adoolessa 10 ba’ii qorannaa isaanii kana uummata as naannawa Waashington DC jiratuuf dhiheessanii jiran. Deemsi Itiyoophiyaan gara dimookiraasummaatti cehuuf gootu, akka tarkaanfii tokko gara fuul-duraatti deemanii tarkaanfii lamaan gara boodaatti deebi’uu ti, jedhu – Dr. Mararaan.

Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaa
Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

 

 

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ተቃውሞን የመግለጥ መብት፥ ኅግና ግጭት በአሜሪካ
  • VOA60 America
  • ቪኦኤ ንመረረት ገለ ዳያስፖራ ኢትዮዽያውያን መልሲ ሂቡ
  • "ተፃባእቲ ደቡብ ሱዳን ንዝተረፈ ስምምዕ ተግባራዊ ዝገብር ውዕል ዘይፈረምሉ ኣብ ኣገላልፃ ሓደ ቃል ስለ ዘይተሰማምዑ`ዩ" :ኣቦ መንበር ኢጋድ
  • VOA60 Africa
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730