Wiixata, Hagayya 25, 2014 Local time: 23:31
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laata?

Waldaan Maccaa fi Tuulamaa Hundeeffama Isaa Waggaa 50ffaa Ayyaaneffacchuuf jedha

Namoo Daandii

Waldaan Wal-gargaarsa Oromoo angafichi, Waldaan Muccaa Tuulamaa kan itti hundeeffame - waggaan shantamaffaan, Hagayya 1, bara 2014 as Yunaayitid Isteets, Waashington DC keessatti ayyaaneffamuuf qophii guddaa tu geggeeffamaa jira.

Kan akka “affiliate” yokaan deggeraa jaarmayicha hundee biyya jiruutti as Waashington DC keessatti hundeessame dhaaba “Maccaa-Tuulamaa USA, INC” jedhamu  tu ayyaana yaadannoo waggaa shantamaffaa dhaabichaa qindeessaa jira.  Waldaan Maccaa fi Tuulamaa Itiyoophiyaa keessatti socho’uu kan isa dandeessisu ehamni isaa waan haaressamuuf dhabeef, dhaabni biyya alaa jiru kun ammaaf hojiiwwan dhaabichi hojjechuu male hojjetaa jira. Gara fuul-duraatti, ennaa dhaabichi biyya keessatti eyyama argatee hojjetu immoo, deggeraa isaa ta’uudhaan gargaarsa kennaaf, jedhu miseensi Boordii Macaa-Tuulamaa USA, INC.  Obbo Abarraa Tafarraa.\

Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaa
Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

 

 

 

 

 

 

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • VOA60 America
  • ቪኦኤ ንመረረት ገለ ዳያስፖራ ኢትዮዽያውያን መልሲ ሂቡ
  • "ተፃባእቲ ደቡብ ሱዳን ንዝተረፈ ስምምዕ ተግባራዊ ዝገብር ውዕል ዘይፈረምሉ ኣብ ኣገላልፃ ሓደ ቃል ስለ ዘይተሰማምዑ`ዩ" :ኣቦ መንበር ኢጋድ
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730