Wiixata, Hagayya 25, 2014 Local time: 23:34
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Qophii Addaa

Mootummaa Itiyoopiyaa Kallattiin Jalaa Wal Dh'aee

VOA

Waa’ee siyaasa Itiyoophiyaa kan hordofaniif hayyuu biyya Faransaayii kan ta’an Rene Lefort dhiiyeenya kana barreeffama mata dureen isaa “Ethiopia a Leadership in disarry“ ykn mootummaa Itiyoopiyaa kallattiin jalaa wal dha'e jedhu maxxansanii jiru.
Lefort waa’ee Itiyoophiyaa fi keessumaa waa’ee biyyootii Afrikaa uffee sahaaraa gadii baroota 1970mootaa kaasee maxxansaalee biyya Faransaayii kan Akaka Le Monde, Liberation, fi LE Nouvel jedhamaniif barreessaa turan.

Bara 2012  barreeffama mata dureen isaa  “Ethiopia after meles” ykn Itiyoophiyaa mallas boodaa jedhu barreessanii odeeffaannoo guddaan kan irraa rgamee fi hedduu kan duddubachiise ture.

Barreefama isa ammaa Ethiopia leaders in Disarry jedhu kana irraa ka’uudhaan itti gaafatamaan sagantaalee gaanfa Afrikaa Peter Heinlein Rene Lefort waliin gaaffii fi deebii gaggeessee jira.

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

 

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • VOA60 America
  • ቪኦኤ ንመረረት ገለ ዳያስፖራ ኢትዮዽያውያን መልሲ ሂቡ
  • "ተፃባእቲ ደቡብ ሱዳን ንዝተረፈ ስምምዕ ተግባራዊ ዝገብር ውዕል ዘይፈረምሉ ኣብ ኣገላልፃ ሓደ ቃል ስለ ዘይተሰማምዑ`ዩ" :ኣቦ መንበር ኢጋድ
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730