Kibxata, Hagayya 26, 2014 Local time: 00:34
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Ameerikaa fi Uummata Ishee

Paartileen Ameerikaa Lamaan waa'ee seera godaantummaa irratti wal falmaa jiran

Namoo Daandii

Seera immigireeshinii yokaan godaantummaa Yunaayitid Isteets fooyyessuuf wixineen gurmuu paartiilee lameeniin barreeffame ennaa Mana-maree bakka-bu’ootaa bira ga’ee danqamee jiru kanatti, dhiheenya kana godaantonni kuma hedduutti lakkaawaman Ameerikaa waaltaa irraa  daangaa qaxxaamuranii gara Yunaayitid Isteetsitti cehuu itti fufuun aangawoota biyyattii wal-falmsiisaa jira. Miseensonni Paartii Rippaablikaanii  “Prezidaant Obaamaa tu godaantonni yeroof akkka gara biyyaa irraa dhufaniitti  hin ergamne ajaja baasee rakkoo kana hammeesse”  jechuun falmu.

Dimookiraatonni heduunii fi Prezidaanti Obaamaan immoo, “Ripublikaanota Mana-maree keessa jiran tu wixinee seera immigireeshinii fooyya’ee seenetii irraa gara isaaniitti dabre dafee raggaasisuu dhiisee rakkoo kana hammeesse”  jedhu. Dhimma kana irratti, ogeessa seeraa dhimma immigireeshinii fi dhimmoota seeraa ka biroo irratti hojjetan Obbo Israel Goobanaa, Namoon kutaa Minesootaa irraa haasofsiisee jira.

Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaa
Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ተቃውሞን የመግለጥ መብት፥ ኅግና ግጭት በአሜሪካ
  • VOA60 America
  • ቪኦኤ ንመረረት ገለ ዳያስፖራ ኢትዮዽያውያን መልሲ ሂቡ
  • "ተፃባእቲ ደቡብ ሱዳን ንዝተረፈ ስምምዕ ተግባራዊ ዝገብር ውዕል ዘይፈረምሉ ኣብ ኣገላልፃ ሓደ ቃል ስለ ዘይተሰማምዑ`ዩ" :ኣቦ መንበር ኢጋድ
  • VOA60 Africa
More
Most Viewed
  1. Waldaan Ogeessota Seeraa Oromoo Ka Sadarkaa addunyaa hundeeffame!
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730