Dilbata, Hagayya 03, 2014 Local time: 17:24
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Oromiyaa

Oromiyaa keessatti dararaa fi hidhaan itti fufee jira jedhu gareeleen mormituu

x
Tujube Kussa
— Paartiin mormii siyaasaa Kongresiin Federaalawaa Oromoo godinaalee hedduu keessatti namoota hidhuu fi dararuun bal’inaan itti fufee jira jechuu dhaan balaaleffata.

Amboo Gindabarat Gimbii fi Anfilloo akka fakkeenyaatti kaasuu dhaan dubbatan Raadiyoo Sagalee Ameerikaatiif barreessaan paartichaa obbo Baqqalaa Nagaa.

Jiraataan aanaa Anfilloos waa’ee dararaa raawwatamuu kanuma obbo Baqqalaan ibsan tuquu dhaan dubbataniiru. Namoota hidhuu fi dararuun maaliif geggeessama, namoonni maaliif dimshaashaan walitti qabamanii hidhamu, sababaan maali isa jedhuuf immoo qorataa yakkaa aanaa Anfilloo obbo Moonaan Simoon shakkamtoota farreen nageenyaa jedhamantu qabamee qorannaan geggeessamaa jira jechuu dhaan kan Qellem Welleggaa aanaa Anfilloo magaalaa Ashii keessatti torban lamaan darbe ajjeefame du’uu daragaggoo Daawit  Waaggaariis qoratamaa jiraachuu isaa nuuf ibsanii jiru.
 
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • የአፍሪካ መሪዎች ጉባዔ በዋሺንግተን ዲሲ
  • VOA60 America
  • VOA60 Africa
More
Most Viewed
  1. hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.
  2. Dargaggoota Afrikaa fi Prezidaant Obaamaa as Waashington DCtti
  3. Hoogganaa ta'uun uummata ofii ofitti qabuu malee taayitaa qabatanii taa’uu miti
  4. “Hegereen Afriikaa harka Dargaggootaa jira” jedhan Giifti dureen Ameerikaa
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730