Sanbata Diqqaa, Hagayya 02, 2014 Local time: 13:43
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Qophii Addaa

Guyyaan Yaadannoo Dararamtootaa Addunyaa Irratti Yaadatame

x

Torture Abolition and Survivors’ Support  Coalition yokaan TASSC ka jedhamu, dhaabbatni dararaa Addunyaa kana irraa dhabamsiisu fi namoota dararaa jalaa bahan gargaaruutti bobba’ee jiru baatii dabre kana, Waxabajjii 24-29tti  as Waashington keessatti, walga’ii fi hiriira waamuun guyyaa yaadannoo dararamtootaa ka waggaa ayyaaneffatee jira. Waga’ii waamuu fi hiriira geggeessuu dhaa ala hoogganoota mootummaa Yunaayitid Isteetsii fi ka dhaabota addaa waliin haala itti dararaan biyyoota Addunyaa keessaa dhaabbatu irratti mari’ataa ture, jaarmayaan kun. AKka Jaarmayaan mirga dhala-namaa Amnestii Internaashinaal  gabaasetti bara dabre kana biyyoota Addunyaa 141 keessatti dararaan dhala-namaa irratti geggeessame.

Kanneen guyyaa yaadannoo dararamtootaa Addunyaa as Waashingtoon keessatti geggeessamee irratti hirmaatan keessaa tokko kan Itiyoophiyaa keessatti dararaan irratti geggeessamuu irraa qaamni isaanii laamsha’ee barcuma konkolaatu (Wheelchair)n sosso’an, Obbo Huseen Ahmedi. Gaaffii fi deebii Obbo Huseen Ahmed waliin geggeessame dhaggeeffadhaa.

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

 

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • VOA60 America
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.
  2. Dimookiraasii Itiyoophiyaa: Tarkaanfii Tokko gara Fuul-duraatti Lama gara Boodaatti
  3. Dargaggoota Afrikaa fi Prezidaant Obaamaa as Waashington DCtti
  4. Hoogganaa ta'uun uummata ofii ofitti qabuu malee taayitaa qabatanii taa’uu miti
  5. “Hegereen Afriikaa harka Dargaggootaa jira” jedhan Giifti dureen Ameerikaa
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730