Sanbata Diqqaa, Hagayya 02, 2014 Local time: 13:51
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Qophii Addaa

GAREELEEN ABO TOKKOOMAN!

OLF LOGO
x
OLF LOGO
Namoo Daandii

Adda Bilisummaa Oromoo keessatti kanneen jalqaba bara 2000tti– jechuun bara 20001 adda ba’anii turan “ABO-n Shanee Gumii” jedhamuun waamamuu fi kan “ABO Qaama Cehumaa” jedhamuun waamamu, adda addummaa gidduu isaanii jiru furachuun deebi’anii dhaaba tokko ta’uu isaanii, torban dabre, BERLIN, GERMANY keessatti walga’uun ibsa baasaniin beeksisanii jiran.

Addi Bilisummaa Oromoo  eega mootummaa Cehumaa Itiyoophiyaa keessaa ba’ee booda, yeroo jalqabaatiif, bara 2001, gurmuulee  kana lameenitti adda ba’uu dhaa booda ka murnawwan ka biroon illee uumaman. Bara 2008 immoo, Adda Bilisummaa Shanii Gumii jedhame irraa immoo, kan “Adda Bilisummaa Oromoo Jijjiiramaa”  jedhamuu fi Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu adda of baase. Waggaa afurii booda,  bara 2012 -- murni “ABO jijjiiramaa” jedhamu deebi’ee murnoota ka biraatti qoqqoodamee  murni tokko, kan Jeneraal Kamaaliin hoogganamu “ABO”n ana jedhee labsate. Kaan Gurmuuu qabsaa’otaa ofiin fi ABO Koree Yeroo jedhame. Bara kana jalqaba irra immoo kan hoogganoota ABO durii fi dura    ABO jijjiiramaa keessa turan Adda Dimookiraatawa Oromoo yokaan ODF jedhamu hundeeffatanii beeksisan.

Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaa
Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

Gaaffii fi Deebii gaggeeffame kutaa 2ffaa caqasaa
Gaaffii fi Deebii gaggeeffame kutaa 2ffaa caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

 

 

 

 

 

 

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • VOA60 America
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.
  2. Dimookiraasii Itiyoophiyaa: Tarkaanfii Tokko gara Fuul-duraatti Lama gara Boodaatti
  3. Dargaggoota Afrikaa fi Prezidaant Obaamaa as Waashington DCtti
  4. Hoogganaa ta'uun uummata ofii ofitti qabuu malee taayitaa qabatanii taa’uu miti
  5. “Hegereen Afriikaa harka Dargaggootaa jira” jedhan Giifti dureen Ameerikaa
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730