Sanbata Diqqaa, Hagayya 02, 2014 Local time: 14:14
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu

Liibiyaan paarlaamaa Haaraa Filachuutti Jirti

Lllbiyaan filannootti jirti
x
Lllbiyaan filannootti jirti
VOA
Lllbiyaan filannootti jirti
x
Lllbiyaan filannootti jirti

Biyyiti tun eegii perzdaantiin isaani ka durii Mohaammad Gadaafi bara 2011 hujii irraa buusanii mootummaa isaallee gara galchee asitti nagaan miila gadi dhaabattee hin beettu.

Paarlaamaan biyya tanaa bara 2012 keessa fialtan hujii irraa eegan hin hojjanne jedhani ammallee Paarlaamaa nama 200 itti filatan kanaaf nama 1,600 dorgomuutti jira. Parlaamaa 200 kana keessaa barcumaa 32 dubartootaa  kennan.

Filannoo hardha,Roobii jalqaban tana nama miliyoona 1 fi kuma 500tti galmaahe taatullee warrii Liibiyaa gama Bahaa laftinuu waraanaa namii bahee fialchuunn dhiba guddaa.

Waraanii biyya tanaa ka ganna sadiin duratti hadhuma hadhee Momaammad Gadaafii hujii irraa buuse ammallee mootummaan wal dhabee lafa gama tokkoon ufumaan bulchuutti jira.Liibyaan yoo hedduu waan akkanaatiin rakkatti.

Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • VOA60 America
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.
  2. Dimookiraasii Itiyoophiyaa: Tarkaanfii Tokko gara Fuul-duraatti Lama gara Boodaatti
  3. Dargaggoota Afrikaa fi Prezidaant Obaamaa as Waashington DCtti
  4. Hoogganaa ta'uun uummata ofii ofitti qabuu malee taayitaa qabatanii taa’uu miti
  5. “Hegereen Afriikaa harka Dargaggootaa jira” jedhan Giifti dureen Ameerikaa
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730