Sanbata Diqqaa, Hagayya 02, 2014 Local time: 12:50
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa

Dararamuu Baqatoota Afrikaa Kan Yaman Keessaa Mootummaan Beeka

Human Rights Watch HRW
x
Human Rights Watch HRW
Jaallannee Gammadaa
— Baqatoonni Afrikaa kanneen yaman keessaa  irratti dararaan gaggeeffamu tooftaa dhokotaan harkii mootummaa keessa jira jechuun gareen mirga dhala namaaf falmu Hiyumaan Raaytis Waach gabaasee jira.
 
Gareen kun gabaasaa isaa kanaan akka hubachiiseetti kanneen seeraan ala namoota deddeebisan baqattoota Afrikaa yaman keessa jiran dararaa gara jabinaa irratti gaggeessuun firri isaanii lafa fagoo maallaqa akka ergu bilbilaan doorsisuu jedheera.
 
Maallaqa haala akkasiin argamu kana irraa aangawoonni mootummaa Yaman kan qoddatan ta’uu gareen kun yeroo duraaf saaxile.
 
Kanas aangawoota mootummaa biyyattiif kan ibsine ta’us ni haalan jedha gareen kun.
 
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

Gaaffii fi Deebii gaggeeffame kutaa 2ffaa caqasaa
Gaaffii fi Deebii gaggeeffame kutaa 2ffaa caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • VOA60 America
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.
  2. Dimookiraasii Itiyoophiyaa: Tarkaanfii Tokko gara Fuul-duraatti Lama gara Boodaatti
  3. Dargaggoota Afrikaa fi Prezidaant Obaamaa as Waashington DCtti
  4. Hoogganaa ta'uun uummata ofii ofitti qabuu malee taayitaa qabatanii taa’uu miti
  5. “Hegereen Afriikaa harka Dargaggootaa jira” jedhan Giifti dureen Ameerikaa
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730