Sanbata Diqqaa, Hagayya 02, 2014 Local time: 10:23
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Oromiyaa

Barattoota Reebuu fi Hidhuun Itti Fufe, Jedhu Jiraattonni Amboo fi Naqamtee

Namoo Daandii
— Magaalaa Ambaoo fi Naqametee keessatti har’a eega barattoonni qormaata biyyoolessaa fudhatanii booda humnota poolisiin karaa irratti reebamuu fi qabamuu idubbatu jiraattonni magaalaalee Amboo fi Naqamtee.
 
Waajjiraalee mootummaa fi poolisiis dhaqqabuu yaallee jirra. Gama biraan Godinaa Qelem Wallaggaa aanaa Daallee Sadii keessatti waa’ee albuuda naannoo sana awwaalamee ture -  jedhamuu irratti wal dhibdeen hawaasa naannoo fi humnoota mootummaa gidduu jiru har’a illee itti fufee jira - jedhu jiraattonni naannoo. Qaamni nageenyaas namoonni hagi tokko qabamuu nuuf ibsee jira.
 
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • VOA60 America
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.
  2. Dimookiraasii Itiyoophiyaa: Tarkaanfii Tokko gara Fuul-duraatti Lama gara Boodaatti
  3. Dargaggoota Afrikaa fi Prezidaant Obaamaa as Waashington DCtti
  4. Hoogganaa ta'uun uummata ofii ofitti qabuu malee taayitaa qabatanii taa’uu miti
  5. “Hegereen Afriikaa harka Dargaggootaa jira” jedhan Giifti dureen Ameerikaa
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730