Sanbata Diqqaa, Hagayya 02, 2014 Local time: 12:09
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Qophii Fayyaa

Dhukkub Influeenzaa Maali?

Jaallannee Gammadaa
— Yunaaytiid steetees keessatti Baatii Sadaasaa qabee laftii qabanaa’uu fi cabbiin bu’uun beekamaa dha.Yeroo qorri jabaatu akkasii dhukkuboota mul’atan keessaa tokko Influueenzaa ykn Fluu jedhama. Waaltaan to’annaa dhukkubootaa kan yunaaytiid steetes ykn sii dii siin akka jedhetti barana dhukkuba Fluu kanaan daran midhamaa kan jiran ijoollee fi ga’eessoota umriin isaanii giddu galeessa ta’e dha.
 
Kan dhukkubsatanaii mana yaalaa seenan akkasumas kan lubbuun isaanii darbe hangi tokko illee akka jiran ibssamee jira.Maalummaa dhukkuba Influuenzaa ykn Fluu kan ilaaleen ibsa kan nuuf kennan Dr.Amaanuu’eel Oljirraa Hospitaala handaara magaalaa miniyaapoolistti argamu Rijis jedhamu irraa ti.

Gaaffii fi deebii kutaa 1ffaa armaan gaditt caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download


Gaaffii deebii kutaa 2ffaa armaa Gaditti Caqasaa
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Oduu Afaan Oromoo 1730

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • VOA60 America
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. hawaasa Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.
  2. Dimookiraasii Itiyoophiyaa: Tarkaanfii Tokko gara Fuul-duraatti Lama gara Boodaatti
  3. Dargaggoota Afrikaa fi Prezidaant Obaamaa as Waashington DCtti
  4. Hoogganaa ta'uun uummata ofii ofitti qabuu malee taayitaa qabatanii taa’uu miti
  5. “Hegereen Afriikaa harka Dargaggootaa jira” jedhan Giifti dureen Ameerikaa
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730