This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3634714p2.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2017-01-04. The original page over time could change.
Kuusaa Jechootaa Oromoo Loqodaalee Mara Of-Keessaa Qabaatuu fi Marsaa Interneetii Irratti Hiika Kennu Qopheessuun Jalqabame - Yaada kenni

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Kuusaa Jechootaa Oromoo Loqodaalee Mara Of-Keessaa Qabaatuu fi Marsaa Interneetii Irratti Hiika Kennu Qopheessuun Jalqabame

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (9)

  • Murad
    13.12.2016 22:47
    Oromo
  • ilyaas muusaa
    13.12.2016 23:01
    Voa warri afaan oromo sagantaa teessan hedduu jaallanna hedduu horddofnaa isin gurra ummata keenyaati ..jabaadha jajjabaadha nuuf jiraadha
  • Anonymous
    14.12.2016 01:53
    Yaanni ko kan saba oromoo dubbuma bilisummaa oromoo tana karaan ittin tarkaanfii mootummaa xoophiyaa irraatti fudhadhun yaada akka na gargartanin isinirra barbaada warri VOA
  • merga hambisa
    14.12.2016 08:27
    Yaada mootummaan addunyaa dhimma kenyaa kan akkamiti ilaala jira
  • Ilma Abbaa Gadaa
    14.12.2016 08:48
    Waan akka male faayaati. Afaan ofii waan danda'aniin utubanii OK qabuun gahee tokko tokkoo ilmaan oromoo irraa eegamuudha. Kanaafuu,anilleen akka lammii oromoo tokkootti waan duraan walitti qabadhe keessaa gumaata lammii isanii ergaa jabaadha jajjabaadha isaniin jedha. Horaa bulaa!
  • kiyyaa
    14.12.2016 10:58
    gaariidha
  • Gammachiis
    14.12.2016 11:01
    waa'een kuusaa jechootaa kun gaarii ture garuu garee kan kan ittiin quunnamnu teessoo osoo nuuf keessani gaariidha.
  • didaa areeroo
    14.12.2016 11:55
    Namicha qaban mafi
  • kedir Aliyi
    14.12.2016 15:18
    Loqoda naanno baale loon Sa'a qotilee jibicha mirgoo raada Sa'a dhaltii muchcha Aanan Elmuu Gaadi Haqaammee jabbii Xunxxoo Sabaree Elemtuu Buchuma Aanarraasu dhaadhaa baasu Hitittuu Hareera mi'ii Hayibi Hoola korpeessa Tumaaleessaa Goromtii Holaa Ibidda sunsuma daaraa Qoraan Gulichaa Re'ee Farda Sangaa kooraa leexo gilaazi faanoo wuddeellaa dudhaa Lugaama Fuuloo farda fiigaa Gulufaa kuskusi maaxabirri Alanngee Gaangee saggaari Harree Wadala Gaala. meeshaa qonnaa Noohe shibata maarashaa digaree shife wagala dudhaa Harqoota Halazaa daqana maraare chife Qotiyyo Haamtu Bachoo marqa caccabsaa micciirro sanketa biddeena daabboo Happi qixxaa Buluqa qorsoo Buna Garbuu qamadii Hayisaa Xaafi Boqqoolloo misingaa Baaqelaa Hataraa Talbaa Absuuda Barbaree caati warqee shunkurti xajjisara inaari Haxicho warqee Geeshoo Goomana Burtukaana Amboo zeetuna loomi shonkoora, xinqisha,muuzi
Back to top
XS
SM
MD
LG