This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/a/3643846.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2017-01-04. The original page over time could change.
Prezidaantiin Ripublikii Dimookiraatawa Koongoo Akka Taayitaa Gad-lakkisan Dhibbaa Godhuudhaa Hiriira Geggeessame Irratti Namoonni Haga 20 Du’uu Hin Oolaan jedhame

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota
Oduu

Prezidaantiin Ripublikii Dimookiraatawa Koongoo Akka Taayitaa Gad-lakkisan Dhibbaa Godhuudhaa Hiriira Geggeessame Irratti Namoonni Haga 20 Du’uu Hin Oolaan jedhame

  • VOA

Humni waraanaa yeroo namoota hiriira irratti karaa cufuudhaa yaalan to'annaa jala olchu, Ripublikii Dimookiraatawa Koongoo, Muddee 19, 2016,

  • Feesbuukii irratti dabarsi
  • Twiterii irratti dabarsi
  • HIriyaa keetti I-meelii ergi

Kan yeroon mootummaa isaa Wixata dhufu xumuramu – Prezidaantiin Ripublikii Dimookiraatawa Koongoo – Jooseef Kabiilaa akka yeroo isaaniitti taayitaa gad-lakkisan hiriira har’a magaalaa Kinshaasaa keessatti geggeessame irratti hookkara ka’een yoo xiqqaate namoonni haga digdamaa du’uu malan – jechuun dubbatu – aanagawoonni biyyattii.

Namoonni sadii ajjeesamuu, Sagaleen Ameerikaa mirkaneeffatee jira.

Naannoolee magaalaa Kinshaasaa keessaa haga tokko keessatti, jiraattonni, “yeroon Kabiilaan taayitaa gad-lakkisan ga’e” mallattoo jedhu dhageessisuuf jecha fiingee hafuufan – jedhama.

Deeggaraa paartii mormituu kaardii diimaa pirezdaant Jooseph Kaabilaa angoo irraa akka bu'u, jedhu qabatee hiriira bahe

Dhukaasaaleen meeshaalee waraanaa aanaalee magaalattii heduu keessaa dhaga’amuu itti fufee jira.

Akka hiriirawwan mormii hin geggeesamnee uggurii kaa’amee, humni waraanaa heddumminaan magaalattii keessatti bobbaafame iyyuu, kaleessa, gandeen magaalattii hedduu keessatti hiriirri mormii geggeessamuunis gabaasamee jira

Related

  • Raashiyaa fi Tarkiin Ajjeechaan Ambaasaddari Raashiyaa Irratti Raawwatame Hariiroo Isaanii Irratti Midhaa Akka Hin Qabaanne Beeksisan

  • Hizbollaan Magaala Aleeppoo Naannoo Mormitootan Qabamee Jiruti Haleellaa Banuuf Akeekkachiisee

  • Itoophiyaan Humna Ibsee Gilgel Gibee Sadeessoo hojjachaa baate ya fixxee eebbifte

  • Itiyoophiyaa Keessa Rakkoo Cimaa Tu Jira;  Furmaata Hatattamaa Barbaada,  Jedhu - aangawaan Yunaayitid Isteets Biyyattii Daawwatan

  • CPJ: Barana Gazexxessota Jahatu Afrikaa Keessatti Ajjeefame

  • Doonaal Traamp Pireezdaantii 45ffaa Ta’ee Filamuu Raggaasisuuf Baka Bu’oonni Ummataa Harra Sagalee Kennaa Jiran

  • To’attonni Tokkummaa Mootummotaa Battalumatti Akka Aleeppoo Seenaniif Golli Naga Eegumsaa Raggaasisee

Yaada mul'isi

Back to top
XS
SM
MD
LG