This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3526015p2.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-10-22. The original page over time could change.
Maratoonii Berlin,Jermen keessatti dorgoman dhiiraa fi dhalaalleen Itoophiyaatti moo’e - Yaada kenni

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Maratoonii Berlin,Jermen keessatti dorgoman dhiiraa fi dhalaalleen Itoophiyaatti moo’e

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (11)

  • Anonymous
    27.09.2016 03:16
    oduun sagaleeni mudaa hinqabu;; barreffamni keessan garuu? .akka dubbiftanitti yoo barressitan isin rakkisa-laata ;nagaa wajjin isin haga'u
  • Haqaaf jecha.
    27.09.2016 03:36
    Tamsaasni VOA hardha galgala kana Nilesat irratti osoo hin tamsa'in quba qabduu? Mee rakkoo isaa addaan nuu baasaa ,hatattamaan
  • Ilma oromoo
    27.09.2016 06:35
    kananisaan waan jaartii wayyyaanee fuudhee jiruuf saba gane malee oromoon marti waanni inni jedhe kun soba akka tae ni beeka. karaa demokratawaa jechuun ilmoo ajjesanii hadha desse refka sana gubbaatti tumuudha moo ? ilma ajjesanii abbaa awwaala dhowwanii gaafa inni iisaan kadhatuuf itti dhaqu 'deem ciccirii nyaadhu ' jechuudhaa ? ( kan magaalaa awwaday, hararge bahaatti ta'e ) , demokrasummaan qananisaa fi hayla maram dasalegn odessan kana. Kananisaan Kaneysaadha, gantuu sabaati !
  • Anonymous
    27.09.2016 06:48
    Voa'n maaliif cufate,yoo in jijjiirame ta'e nu beeksisaa
  • Ayyalaa dinka
    27.09.2016 07:37
    Yaada Aniqabu Voe dish irra nuujaala bade furmata nuuf barbada ?
  • Galataa Asaffaa Namarraa
    27.09.2016 08:08
    Yaada Galanni keessaan dangaa hin qabu iccitii Addunyaa nutti himaa jirtu itti fufaa
  • Habtamu Tizazu
    27.09.2016 08:49
    hojii boonsaa hojjechaa jirtu jabadha haala yeroo garuu osoo itti yaaddanii daqiqaan 30 hin xiqqaatuu?
  • Anonymous
    27.09.2016 09:49
    VOA'n Nile sat irratti hojjechaa hin jiru rakkoon isaa maali
  • Abdi Abbaalolaa
    27.09.2016 14:49
    Jirraadha dhugaa dubatuu dhugaan keesani hin,badiin kijiba motumma itiyoophiyaa saaxiluurati shoora guddaa qabdu
  • d.i m
    27.09.2016 17:29
    Yaada.motumannurkisejirdurabahuudahdhabne.aakmtaanaa.yahobo
  • firaa'ol sabaa
    27.09.2016 22:50
    Yaadayaa warra voa guddaa isin galate fadha sagantaan keessan guddoo na gammachiise jabaa dhaa nu'is jajja beessaa
Back to top
XS
SM
MD
LG