This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3488466p6.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-10-05. The original page over time could change.
Angoo Mootummaan Sirritti Fayyadamuu Dhabuutu Hundee Rakkoo ti Jedhu Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa - Yaada kenni

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Angoo Mootummaan Sirritti Fayyadamuu Dhabuutu Hundee Rakkoo ti Jedhu Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa

Yaada kenni

This forum has been closed.

Yaadawwan kennaman hunda (29)

  • xxxxxxx
    31.08.2016 22:10
    isin maaliif akka waan oromoo hin taaneettii dubbatuu? dhimmii oromoon irratti dhugaa jiru is in I in isin hin galchuu?yeroo barreessitan illee jechoota keessan keessa quuqama oromoo kan ibsu keessa hin jiru.akka waan gaazexeessaa lammii birattii dubbattu. kanaaf of sirreessuu yaada!
  • Nageso sulti
    31.08.2016 22:22
    ani yaada pir.bayyanaa pheexiros bayyee tokkoo na gammavhisee maaliif yoo jettaan gabaabinan hojii fi gochaa motummaa ithoophiyaa kan ibsuudhaa motummaan kun kallatii hundaan seerii fi daanbiin mootummaa kanani bahuu hundi isaa kessatti qajeelfamoonni fi labsiini mootummaan kun itti fayyadamuu rakkoo biyyaa kessatti umuuf akkaa guufu tokkotti ittii fayyadamuuf kaa bahuu fakkata yeroo hundaa jireenyaa ummataa irratti kan xiyyeeffatuu miti fi qoorannoodhan kan deeggaramuu miti ummataa midhee motummaa qofa fayyaduuf kayyoo godhatee waan bahuuf ,bu'aa dhunfaa garee muraasaa kabaachisuuf kan bahuu ta'uu kan mirkaneessudha.
  • Bituu baleera
    31.08.2016 22:22
    Hangaa haradhaa kan firmaani hin argamnee ergaa lammiilleen oromiyaa kumaataman du.anii kumatamaan hidhamanii booda furmaanii tokkoyyuu hin jiru ,kanaafu moottumman itiyoophiyaa odoo karaa nagaahaan angoo umaataaf lakkisee bareeda nati fakkata galatooma
  • Anonymous
    31.08.2016 22:22
    Dhugaadha motumunam kuni rakkin umu male rakkin fure hin bekuu araga isa
  • Nageso sulti
    31.08.2016 22:23
    ani yaada pir.bayyanaa pheexiros bayyee tokkoo na gammavhisee maaliif yoo jettaan gabaabinan hojii fi gochaa motummaa ithoophiyaa kan ibsuudhaa motummaan kun kallatii hundaan seerii fi daanbiin mootummaa kanani bahuu hundi isaa kessatti qajeelfamoonni fi labsiini mootummaan kun itti fayyadamuu rakkoo biyyaa kessatti umuuf akkaa guufu tokkotti ittii fayyadamuuf kaa bahuu fakkata yeroo hundaa jireenyaa ummataa irratti kan xiyyeeffatuu miti fi qoorannoodhan kan deeggaramuu miti ummataa midhee motummaa qofa fayyaduuf kayyoo godhatee waan bahuuf ,bu'aa dhunfaa garee muraasaa kabaachisuuf kan bahuu ta'uu kan mirkaneessudha.
  • Anonymous
    31.08.2016 22:26
    Yaadaoduuharyaa
  • özaa abdulazii
    31.08.2016 23:39
    Kijiibin ihaadii nuu garaa guraa isaa dhagefaanu hin qabuu amaa bodaa
  • Abdii Lachisa
    31.08.2016 23:52
    Yaada:Mirgii nammummaa Eth-keessatti yoo kabajamee barattoonni "RAKKO" hinqaban?
  • dawwee biyyaa
    01.09.2016 00:14
    siin jalanna ummannii baayyee siin hordofa kanafuu hala yeroo biyyaa ilaalchisee ragalee laachurrati jabadhaa
  • fanno kiyaa
    01.09.2016 04:09
    Baaye namaa dhibbaa . . Hunden raakoo kan paritii umati baribadu waijin karaa naga mari'achun utu jiru 1 .kanan ka'etu sibulicha jechu2.paritti kessan kan dederu malee ogessa kan hitane ka'u fi yada umataa irrati hojechu diddufi umatatti asigaddii ajajaa dabarisun rakko kana fiddee........kanafu furimatii issaa kan hidhamee hikku paritii oromon cufitti wamu wajin diridirii gochu nagababussu baribachissaa...ijifanon umata oromo ti fi!
  • mahamuud abdiziyaad
    01.09.2016 05:06
    bilisummaan maal akka taatee fi bu'aa bilisummaan qabdu ummanni oromoo beekee bilisoomuuf qabsaa'uu qaba jedha ani.
  • Gutema Negasa
    01.09.2016 07:31
    Itoophiyaa keessaatti sobaafi ajjeechaan utuu argamju uummataaf yaada dhaabni keenya jechuun ammas dabalanii nu sobaa jiru!
  • Boki
    01.09.2016 09:23
    haali dhiyyeesa keessan gaaridha garuu vidiiyoon keessaan namaf hin banamuu haala kamiin akka bane dhageeffanu nutii himaa
  • Gemechu Abera
    01.09.2016 09:33
    voa bayyeen dhageefaadha galaatomaa
  • maame
    01.09.2016 13:34
    ABO jechun maali opdo jechun maali
  • Raabii
    01.09.2016 13:36
    opdo fi ABOn gaaragtuma maali qaban
  • Ibsuu hin barbaaduu
    01.09.2016 14:37
    rakkoo uumamaa jiruuf falli Ummata irraa qawwee gadi deebisuudha.
  • OL ILAALAA
    01.09.2016 18:15
    Sagantaan keessan bareedaadha al tokko tokko qileensatu jeeqa malee
  • john kebede
    01.09.2016 20:04
    Yaada qophin kessan barsisaa fi quqamaa saba oromoo ifatti baseedha. jajjabadha . garuu odeffannoo tokko×2 essaan nurra argattu
  • sayyidii m/d
    01.09.2016 20:37
    Qoophiin keessan gaariidha itti fufaa.
  • abdusamad
    01.09.2016 22:19
    JALQABA IRRA EGALE dhigni dhangala'a hidhama rebama HARA DAMAQTE HIRIBARA BOQADHU NAGA'AN nu ilman tade cime itti fufa qaba mormin
  • abdusamad
    01.09.2016 22:20
    JALQABA IRRA EGALE dhigni dhangala'a hidhama rebama HARA DAMAQTE HIRIBARA BOQADHU NAGA'AN nu ilman tade cime itti fufa qaba mormin
  • Anonymous
    02.09.2016 06:33
    Kabajamo karaa kaaniin dhiiga jisissaa karaa kaaniin tokko taanee hojjannaa jettanii? Maarre oduu hoo.aa bulchuu hin dandeettanii galaa girgiddaan haga dhiibaniif haga dhiisan qabaa waa dhaala woyiin argattanii galaa gara biyya qabdanitti dadhabdanii.
  • Anonymous
    02.09.2016 08:56
    Yaada
  • Maqaa Kee
    02.09.2016 08:59
    Yaada
  • Maqaa Kee
    02.09.2016 08:59
    Yaada
  • Maqaa Irkoo Alamuu
    02.09.2016 10:18
    Yaa qopheessitoo radio VOA lubbuun lammilee hedduu naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessatti darbaniruu kanaaf Mootummaan addunyaa gidduu galee rakkoo kanaa yoo keessaa buqqisee malumaa ta'aa akka kooti
  • Anonymous
    02.09.2016 12:03
    eda reediyoon keessan qilleensa qabaa nusirreessaa
  • Ibsaa Mahammed
    02.09.2016 18:13
    Qindeesitota qophii VOA dha akkam jirtan nagaan keessaan fayyumaan tessaan sagaanta keessaan kan yeroo xiqoofilee naajala HIN miqxuu haatahu garuu oddeeffanoo weytawaa nubiraan gahu HIN dagatiina issiin hunduu jalaane gamaada,tujibee sorraa,namoo dandii fikkf.
Back to top
XS
SM
MD
LG