Viidiyoo - Voice of America http://www.voaafaanoromoo.com/archive/viidiyoo-/latest/3438/4515.html VOA Afaan Oromoo presents VOA original video reports covering news, politics, health, business, economy, technology, sports, entertainment, music and more. http://www.voanews.com/img/voa/rssLogo_VOA.gif Viidiyoo - Voice of America http://www.voaafaanoromoo.com/archive/viidiyoo-/latest/3438/4515.html om 2012 - VOA 60 Tue, 27 Sep 2016 02:09:45 +0300 Pangea CMS – VOA Hilaarii Kilintan Sababa Fayyaatin Sagantaawwaan Tibbaana Qabdu Irratti Hirmaachuu Dhabde Filannoo pireesdaantii Ameerikaa ji’ota murasa booda godhamuuf paartii Dimookraatii bakka buutee han dorgomtuu, Sekreetarii Hilaarii Kilintan, kalleessa yaadannoo 9/11Niyoorkitti geggeeffameirratti erga hrimaatee booda akka ofwallaaluu taatee namoonni hirkisanii konkolaata keessa galchan. San booda garu mana intalashi magalauma san jiru boqattee oggaa baatuu namoota ala san turan nagaha gaafachaa “ amma nagahan qaba” jetteetti. Dooktoriin ishiis dhukkuba “pneumonia’ qabaachuu ishiifi boqannaa akka fudhachuu qabdu waan gorseef sagantaawwaan murasa tibbana qabdu haqxeetti. http://www.voaafaanoromoo.com/a/3503597.html http://www.voaafaanoromoo.com/a/3503597.html Mon, 12 Sep 2016 17:03:00 +0300 ViidiyooFilannoo Ameerikaa Bara 2016http://www.voaafaanoromoo.com/a/3503597.html#relatedInfoContainer Maadii Makkaa:Somaaliilaand hoolotaa fi ra'oota Hajjii dha ergaa jirtti Hoolonnii fi ra’oonni miliyoonaan laakkaawaman kun Somaaliilaandiiti wanni walitti qabamaniif Hajii dhaa gara Saawdii Arabiyaa ergamuufi. Erga fayyaa ta’uun isaanii ogeessootaan mirkanaahee booda dooniiti fe’amanii demaan. Oggaa oggaadhan namoota Hajjii dha gara Makkaa godaanan nyaataa dhiheesuuf oola. http://www.voaafaanoromoo.com/a/somaaliilaand-hoolotaa-fi-raootaa-hajjiitti-ergiti/3489582.html http://www.voaafaanoromoo.com/a/somaaliilaand-hoolotaa-fi-raootaa-hajjiitti-ergiti/3489582.html Thu, 01 Sep 2016 06:57:00 +0300 Viidiyoohttp://www.voaafaanoromoo.com/a/somaaliilaand-hoolotaa-fi-raootaa-hajjiitti-ergiti/3489582.html#relatedInfoContainer Haasaha Traamp Imaammata Waa’ee Godaantotaa Irratti Xiyyeefate Republican presidential candidate Donald Trump gave a detailed rundown of his immigration policy plans to supporters in the southwestern state of Arizona hours after meeting with Mexican President Enrique Pena Nieto http://www.voaafaanoromoo.com/a/3489813.html http://www.voaafaanoromoo.com/a/3489813.html Thu, 01 Sep 2016 06:51:00 +0300 Viidiyoohttp://www.voaafaanoromoo.com/a/3489813.html#relatedInfoContainer Saayintistiin Awustiraaliyaa Roobootii loon tissitu Swagbot jedhan hojjate gurguruuf kurfoo jira http://www.voaafaanoromoo.com/a/3488684.html http://www.voaafaanoromoo.com/a/3488684.html Wed, 31 Aug 2016 23:53:00 +0300 Viidiyoohttp://www.voaafaanoromoo.com/a/3488684.html#relatedInfoContainer