This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3499369p1.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-09-19. The original page over time could change.
Komishinii Mirga Ummata,Hawaasa Afrikaa akka rakkoon hiriira mormii Itoophiyaa irratti dhalatte qoratamtu gaafate - Yaada kenni

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Komishinii Mirga Ummata,Hawaasa Afrikaa akka rakkoon hiriira mormii Itoophiyaa irratti dhalatte qoratamtu gaafate

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (15)

  • sanyii oromticha
    09.09.2016 00:06
    Kuni yaada baay'ee nama gammachiisuudha jabadha yaa laammiiwwaan koo
  • Anonymous
    09.09.2016 00:27
    waan tokko hin fidan,sobdu qofa
  • Lammii simalee
    09.09.2016 00:30
    Gocha hedduu nama suukanneessu kan qilinxotti hojjatame kana akkamitti mirgi dhala namaa kan addunyaa mootummaa wayyaanee kanarratti murtii laachuu dadhabe.
  • Anonymous
    09.09.2016 00:37
    Yaada
  • Salahadiin .Yusuf.
    09.09.2016 00:42
    Yaada
  • Ab
    09.09.2016 00:50
    Yaada sagaledhan
  • Anonymous
    09.09.2016 00:52
    Ummata aakkanatti dhumu kum addunyaan mal jettan

Yaada dabalataa fe'adhu

Back to top
XS
SM
MD
LG