This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3497790p5.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-09-19. The original page over time could change.
Goonder,magaalaa Metemmaa keessaa Tigree kuma hedduutti baqatee Humeraatti gale - Yaada kenni

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Goonder,magaalaa Metemmaa keessaa Tigree kuma hedduutti baqatee Humeraatti gale

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (26)

  • Anonymous
    08.09.2016 00:00
    Ahmara.voa.news
  • Jibaa Tigiree
    08.09.2016 00:43
    Hatuu bagaa ari.aan ka hafes ibidaan gubuu qaaban
  • Anonymous
    08.09.2016 02:08
    yard a программа, jihad m программа, a had.
  • Fm m
    08.09.2016 06:15
    Tigreen iddoo irraa dhuftteeti galuu qabdi oromoofi amaara keessalleedha
  • Fahami Mustefa
    08.09.2016 06:19
    Tigreen galuu qabdi iddoo jalqaba irraa dhuftteeti
  • yoobsan
    08.09.2016 11:36
    Yaada ummata keenya hordofuu keessaniif galatooma
  • Hin bekkuu
    08.09.2016 12:18
    Deggarsaa oromaa
  • Tolasaa Fufaa
    08.09.2016 12:24
    Yaada jabadhaa itti fufaa
  • ketema sime
    08.09.2016 12:33
    mootumman waan waljibbiinsa ummata fideef furmaata kennuutu irra jiraata.
  • baduruu.abrahim
    08.09.2016 12:53
    Jabaadha.jajaabadha.yaa.ilmaan.oromop
  • ABDI
    08.09.2016 14:31
    Waa'ee ummata oromoo hordoftanii nuuf dhiyeessuu keessanif galanni kessan bilisummaa ha ta'u.
  • oromoo
    08.09.2016 15:06
    oromoo
  • Anonymous
    08.09.2016 19:06
    Yoom gahe cubbun dhigaa ilmaan oromoo Ni haafa.Bakkuma jirun itti yaa dulu.yaa badu.
  • Gadaa Gammachu
    08.09.2016 19:56
    Hattuu injiijjii tana jabaadhaa ta haftellee yaasaa didduu goora.as.oromiyaallee yaasaa diddu fixaa!!!!!!!!!!!
  • mule guluma de
    08.09.2016 20:45
    Yaada rakoo isani motumaan federal itiyopiya abbay tsaye debisu dadabe wari kun akka sabilla ta.e wallale dhigaa lamii oromoo dhuge ta.e dagachu hin qabu ilmigadhe
  • Abdii Bilisummaa.
    08.09.2016 21:11
    maaliif mootummaan waayyannee bara sobaan dabarsaa? gabaan ayyaana akka jirree fi bakki karaa irraa goranii bishaan illee dhugaan osoo hin jiraatiin namoonni bilchaata bakkeedha nyaatan utuu beela,ajiranii soba isaa ittii fufee Tv oromiyaatiin gabaan walbitee walgurguraajiraajedhee soba oddeessa.abbaan soba.
  • Anonymous
    08.09.2016 21:11
    Waa'ee ummata oromoo hordoftanii nuuf dhiyeessuu keessanif galanni kessan bilisummaa ha ta'u. Garuu sagganttaa keessaan sa'atti 1 ga'uu dhabee
  • Abdii Bilisummaa.
    08.09.2016 21:24
    maaliif mootummaan waayyannee bara sobaan dabarsaa? gabaan ayyaana akka jirree fi bakki karaa irraa goranii bishaan illee dhugaan osoo hin jiraatiin namoonni bilchaata bakkeedha nyaatan utuu beela,ajiranii soba isaa ittii fufee Tv oromiyaatiin gabaan walbitee walgurguraajiraajedhee soba oddeessa.abbaan soba.
  • Kabbaba Bazume
    08.09.2016 21:35
    Ishoo! Baga Tigren Duranu Baye Biyya Dhorte Amma Biyya Irra Haa Badu,
  • Abdii Bilisummaa.
    08.09.2016 21:40
    maaliif mootummaan waayyannee bara sobaan dabarsaa? gabaan ayyaana akka jirree fi bakki karaa irraa goranii bishaan illee dhugaan osoo hin jiraatiin namoonni bilchaata bakkeedha nyaatan utuu beela,ajiranii soba isaa ittii fufee Tv oromiyaatiin gabaan walbitee walgurguraajiraajedhee soba oddeessa.abbaan soba.
  • nduva
    08.09.2016 21:44
    Yaada ya ilman oromo jajabadha
  • hin sarmuu gobaan
    08.09.2016 22:12
    Yaada akkii anii jedhuti tarkanfin umaatani amra umaata,tigre irrati fudhate siiridha umani oromole tarkafi akkana fudhatu qaba tigre jechuun Butii jechuu dha
  • Qaanqee Sabaa
    08.09.2016 23:59
    Tarkaanfiin dhiiga xuuxuu oromoo tigrootarratti fudhatame gama ummata oromootiinis cimee itti fufuu qaba
  • adaam.amee
    09.09.2016 08:58
    oduu.harayaa
  • Abdul Aziz
    09.09.2016 08:58
    News
  • Hani Aliyi
    09.09.2016 13:31
    Yaada. yaadhigaa. keen yaa. Yaa Agartu. Tenyaa hanga bilisomnu qbson. Kenyaa iti. fufaa aaaaaa. Hayaa
Back to top
XS
SM
MD
LG