This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3491753p7.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-09-19. The original page over time could change.
Waldaan Afrikaa akka wantii Itoophiyaatti hiriiraaf nama baase mariin fala argattu gaafate - Yaada kenni

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Waldaan Afrikaa akka wantii Itoophiyaatti hiriiraaf nama baase mariin fala argattu gaafate

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (55)

  • احمد محمد
    02.09.2016 23:56
    نرجوا من مظمات الحقوقية النظر الى احتجاجات في اوروميا وراح ضحيتها ما يقارب الف 1000 قتيل واعتقل اكثر من 2000 الف خلال 9 شهر الماضية
  • Huseen hasan
    02.09.2016 23:58
    Mootummaa nama nyaataa kana faana buutani waan inni ummata keenyatu godhu gurra nubuusu keesaniif hedduu galatooma isiniin jedha ammas daranu akka jabaattan abddii isinirraa qaba gadaan tan oromoti gadaan tan bilissummaati
  • Abdata
    03.09.2016 00:33
    Dhifamaa himni kun ifa nuuf hin tane.hirira bahuun oromootiif saba Amara rakko siyassa,denadee fi hawasumaa biyya kenya hin jijjiruu jechuun maalii akka tahe ifa miti
  • musaa
    03.09.2016 00:55
    yoom bilisomn
  • Anonymous
    03.09.2016 02:25
    Afanoromo
  • kayyoo
    03.09.2016 02:29
    Ittii FUFAA
  • Yahyaa
    03.09.2016 02:55
    .............
  • Wahil Odaa
    03.09.2016 05:14
    Tokkummaan Afrikaa rakkoo Ethiopia keessa jiru hiikuuf gaheen inni qabu tiqqaadha sadarkaa UN gola nagayaa kan motummoota tokkoomnii kophaadhani kan furmaanni argamuu danda'u kan loogi irraa walaba ta'e
  • kalid
    03.09.2016 07:17
    Sagantan keessan bayye garidha jabadha saba keessan dukka buhaa
  • Anonymous
    03.09.2016 07:50
    Yaada haa jabaanu L koo
  • workina gemedo
    03.09.2016 09:02
    ni dhumaarraa
  • Anonymous
    03.09.2016 09:55
    teessoo gamtaa afrikaa dhabneef hardha yaanni eegee keessa faca'e malee osoo lammiileen itoophiyaa dhuman ishee mararee hanga hanga har',aa eessa turte ?
  • Anonymous
    03.09.2016 09:56
    teessoo gamtaa afrikaa dhabneef hardha yaanni eegee keessa faca'e malee osoo lammiileen itoophiyaa dhuman ishee mararee hanga hanga har',aa eessa turte ?
  • Anonymous
    03.09.2016 10:49
    Wbn.malirajhra
  • Guuttataa Ittaanaa
    03.09.2016 11:03
    YaadaMaamila keessan ta'eera
  • boonsitu
    03.09.2016 11:37
    Dursee nageenyi koo isin haa gahu.akka yaada kootti marii hawaasumma ,dinagdee fi siyaasa komishinii afrika keessatti shora guddaa kan taphatu ethiopiyaadha.komishinnin waldaa afrikaa fi biyyoota gamtoomanis walitti hidhata heddu qabu.garuu rakkoolee afrikaa keessatti bara dheera dura ture kanneen akka duguugga sanyii fi sirna appartaayidi ethiopiyaa keessatti waggaa 2ol adeemsifame callisanii ilaalun dantaan ummata maalif irraanfatame?ummanni keenya yoo xiqqaate dimokraasin dhabamus mirgi namummaa isaa akka kabajamuuf fedha.garuu biyyoonni afrikaa hedduun isaani ethiopiya dabalate sirnuma dhiityaa duraani geggeessa jiru.akkasumas gamtaan komidhini afrika yaadannoo goota keenya nilsan mandela kabaje falma dhiitama mirga namummaa ethiopiya keessatti geggeeffamuuf furmaata akka barbaadu kabajaan gaafadha .galatooma!
  • ibro yuye jemal
    03.09.2016 12:43
    dhugaan sabboonttoota ilmaan oromootiin IFA bahaa jira
  • u.A
    03.09.2016 13:52
    yeroo hawaasni oromoo rakkoo keessa jirutti akka nu jajjabeessitn.
  • Anonymous
    03.09.2016 16:03
    DR.NKO.DLAMIN ZUMAN waan afaan wayyanee jala oltuf dhimma itoophiya irrati yaada hin kenin kan turte. amma erga ummatni oromoo fi amhaara wayyanee ajjeeste kan ukaamsite kan mana hidhaa galchitee amma jaarsummaa deemun hiika hin qabu.
  • abdalkariim ibraahim
    03.09.2016 21:00
    Qopheessitoota voa akkam jirtu nagaa keessanii? Baga nagaa taatan yaannikoo dhageettii ummata oromoo taatanii hojjachuu keessaniif galatoomaa garruu sagantaan keessan gabaabaa waan ta,eef qaamni dhimmi ilaallatu osoo gara sa,aa tokkaatti nuuf guddiftanii baayyee nutti tola galatoomaa.
  • Roobaa Ali
    03.09.2016 22:35
    sagantaan keessan gaariidhaa itti fufaa
  • Anonymous
    03.09.2016 22:49
    Yadda wa e gabsaa ju ara mahammaad
  • FAMATAA MIRGA
    03.09.2016 22:53
    UUMMANNI OROMOO BIYYA ALAA JIRAN QABSOO BILISUMMAA AKKA IRRAA EEGAMUTTI HIN BAANE
  • Anonymous
    03.09.2016 23:31
    Yaadabeektonnifiogesonnioromotuhinhubanneta:alatayookanata:emalenhummani:itiyyoophiafimuummichimisteerastahogantoonnimootummanibeeku
  • ahmed jems
    04.09.2016 01:01
    Yaadabilisuumaa
  • lellee momad
    04.09.2016 02:51
    Qophin bayye namati tola yero osoi tti nu dabaltani gariidha Qophesiton R.A galtoma hudii kessanu bayyen issnn jaladh
  • mahandis muhannad
    04.09.2016 02:53
    Weytghreryuu
  • Maatii Jireenyaa
    04.09.2016 06:49
    yaanni isaan jedhan sirriidha
  • Anonymous
    04.09.2016 13:06
    Oduu
  • juar
    04.09.2016 20:21
    Yaada hanura bu a.m
  • Anonymous
    04.09.2016 21:39
    Yaada
  • safaa
    04.09.2016 22:38
    oduu har'aa
  • Anonymous
    04.09.2016 22:39
    Akkaan nama gammachiisu
  • abdo hasen
    05.09.2016 06:51
    Yaada yani ko wa.en motuma kena irati mirgi sabafisabalmota sarabmun baye namagadisisa umani oromo kamiyyu waltaji irati dhiyate rakole ufii himachu qaba dargagesis gabarenisi rakoo ufihimchu qaban wa.ee gaban habdu irti darn rakon belaan saxilamu wan aragamuf furamani motumakenani ilalate argamu qaba yadakan irti godinaa irakasee haga gadati wolgayin ta .amu qabna jedhe yada akanam tokoti
  • Olbaanaa
    05.09.2016 08:33
    Motummaan kun dimokraasiitu jira jedha, garuu maal godha horii luugamanii marga dheedi jechuudha kun.
  • ashebir rest.
    05.09.2016 09:25
    dhugaa dubachun enyu ajeese
  • badrii
    05.09.2016 11:17
    Adad

Yaada dabalataa fe'adhu

Back to top
XS
SM
MD
LG