This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3457518p7.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-09-07. The original page over time could change.
Hiriira dhiyoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraatti bahan irratti nama 100 dhiyaatutti lubbuu dhabe jedha, Amnesty International - Yaada kenni

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Hiriira dhiyoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraatti bahan irratti nama 100 dhiyaatutti lubbuu dhabe jedha, Amnesty International

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (33)

  • Bartaa Gadaa Waday
    09.08.2016 22:32
    Yaadnii koo wa'ee anaa mi'essoo ilalchise ummaani rakkoo hamaa kessaa waan jiranif sagallee kenyaa adunyaan akka nu dhagesuuf nu odeyfaadha isiinin jennaa lakkofsaa kanan 0920900205 galatomaa
  • Falmataa
    09.08.2016 22:33
    Nuuf jabaadhaa. Galatoomaa.
  • qerro garaan ammaate
    09.08.2016 22:42
    nu Oromo hidhaafi ajeechaa nutti ammaate kanaafu yaane jalatti bulu him feenu
  • Nimoonanus Gaarii
    09.08.2016 23:07
    yaawarra VOA waan keessa nirru numatu beeka gubaa, ibiddaa kan gubatetu beeka jedhu oromoon.fkn Baale qofaa namoota 30 oltu du'e Akka Oromiyaatiho? beeku qabna.
  • Hundaaol dabalaa
    10.08.2016 00:34
    Yaada: Hiriirri naannoo oromiyaa fi amaaratti torbee darbe kana bahe gonkumaa seera qabeessaa miti,Qaamni hiriiricha mormii kana akka bahuuf ajaje mootummaa biyyatii bulchaa jirurraa hayyama osoo hin fudhatin dargaggoota oromoo baay'ee sobaan kakaasudhaan gochaa seeraa alaarratti akka hirmaatan godhee dargaggeessaa abdii biyyaa ta
  • Anniisaa baalee
    10.08.2016 00:38
    Yaada ammas rakkoon cimaan ka,uufii Addunyaa nuhordofuu qabdii miidhaan otoo hin dhufnee
  • ISMA,EL ABDU
    10.08.2016 00:38
    YAADA ANI QABU WALI GALU QABAN JEDHA
  • WAJEE AHMAD
    10.08.2016 02:45
    YAARABI NUURADHORKI HAYLAMARIYAM BALICHA KAN ?
  • Dawit
    10.08.2016 07:17
    Yaada Maali erga sirri yoo nuuf dabarsitan ergichii wareegama Lubbuttim 97.67.100 yokkii 30 jettu maal jechuudha?
  • kooyomii Abdii
    10.08.2016 08:35
    iyyaa iyyaa dabars
  • abbaa fiixaa
    10.08.2016 11:36
    Yaadi koo karaa malee deemuun kufaatii baayisaa ofeegii qomookoo gartokkee kooti ati.
  • ali jedhama
    10.08.2016 16:20
    Yaannikoo ummanni oromoo wolta'e ajjechaa tokko malee hidha tokko malee karaa seeraaf heraatin rakko jirurratti osoo wolii galame gaariidha jedha
  • ali jedhama
    10.08.2016 16:22
    Yaannikoo ummanni oromoo wolta'e ajjechaa tokko malee hidha tokko malee karaa seeraaf heraatin rakko jirurratti osoo wolii galame gaariidha jedha
  • Ilma oroomtichaa
    10.08.2016 17:15
    Mootummaan wayyanee saba oroomoo fixeehootti mal jedhee dhisee Obaman? Maaaf calisee nu ilaala?
  • Aliyyii mammad
    10.08.2016 17:21
    Jirata ana jarsoo tokko tokko dhumuurra bakka takka dhumuu wayya an cinqadhera yalammii koo maqaan baduurra matan baduu wayya
  • kumaa
    10.08.2016 17:42
    Yaada nuti ummani oromo mirgi namuma nuuf kabajamu qaba?
  • kennaa
    10.08.2016 19:32
    baay'ee waan namatti ulfaatu, biyyi teenya boorofteetti siyaasni Itoophiyaa kufaa dha mirgi namaa salphateera dhiignis hamaa lola'aa jirti. Eenyutu caljedhee taa'a dhiigni jige amma dhiigaan deebi'a malee.
  • RAMADAN ALIYYI
    10.08.2016 20:59
    Yaada Ani akki jadhu gaara mulla.ataati namni heddun miidhamaa jira kana akka nuuf hubattan kabajaan isin gaafadha kun hidhamaa ,reebamaa.ajjeefama jira galatooma.!
  • Halake Nura
    10.08.2016 21:16
    Mootummaan yaada ummata too dhaga'uu baatee mootummaa dimokraasii hin jedhamu!!!!??
  • Haile Birhanu
    10.08.2016 21:37
    Motummaan Ithiopia kana bodaa amanammummaa hin qabuu.
  • kamaal Abdullaa
    10.08.2016 21:39
    Yaadayeroo ammaa tan keessatti hiriira saba godhachuun lammii oromoo irratti gidiraan cimaan gaggeeffamaa jira .kanaaf warri mirga dhala namaa eegu akka nuuf dirmatu galatooma!
  • kamaal Abdullaa
    10.08.2016 21:44
    Yaadayeroo ammaa tan keessatti hiriira saba godhachuun lammii oromoo irratti gidiraan cimaan gaggeeffamaa jira .kanaaf warri mirga dhala namaa eegu akka nuuf dirmatu galatooma!
  • Anonymous
    10.08.2016 22:13
    Odu 9_2016
  • Anonymous
    10.08.2016 22:33
    Yaada sagantan kesan gari .wa'e dhangago ilalchise yaada qaba na bilbila
  • Gemechis
    11.08.2016 02:29
    sagaleen ammaf biyyarra dhagettu keessa takka tessani jabadha nuf iyya Namoo Jalanne Tujubee ...bayye galatomaa
  • mohammed
    11.08.2016 06:49
    umannii arsii/l mag dodola gafa hirira gudicha gutummaa oromiya nagan jequmsa takka malee dhadanoo isa osoo dhagesisa jiru qamni motumma nutti dhukasuudhan lubbuu nama afur galafatan kan m/hidha kan madayan
  • Yaaddessaa
    11.08.2016 11:59
    Uummata lubbuun isaani seeran ala darbeef biyyeen itti yaa salphatu jechaa garuu yaaddoo guddaan uummanni hafe garuu haalli jireenyaa ulfaata jira. namni kamuu araddaa Aanaa isaatirraa gara magaala Aanaa isaa deemuu hin danda'u,namni rifeensa dheeressu hin danda'u,magaala biraa irraa gara magaala biraa deemu hin dandeessu yakka tokko malee qabanii nama hidhu,ksna maal jettu ilmi namaa jiraachun isaa jibbametti maal jettu uuuuuuuuuuu uuuuu uuuuu mee nuuf birmadhaa?
  • Yaaddessaa Addunyaa
    11.08.2016 12:00

  • biliisee
    11.08.2016 14:40
    Yaanni koos ummanni oromoo humnaan ykn polisoonni federaalaa oromiyaa ergamuudhaan namoota yaada isaa ibsachuuf yaale battalumatti lubbuu baasuu kaan qabanii hidhu. kaanaaf ummanni oromoo rakkoo cimaa keessa waan jiruuf kana karaa danda'amuun mala nuuf barbaadaa. galatooma.
  • biliisee gutamaa

  • Qerro
    11.08.2016 21:47
    Magaala djibuti kessatti mana jireenya cabsani guurani dhabamsiisa jiran haala yaado keessa jira
  • Boorcaala
    11.08.2016 22:05
    Yaada ummatni hirrira bahus bahu batus ajnesuun baayee dhorkadha. Bahanis maltaha seeran bahani galuu waanuma jiru.
  • Shukri.jaja
    11.08.2016 23:07
    Abo.wbo
Back to top
XS
SM
MD
LG