This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/a/3357513.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-06-13. The original page over time could change.
Xiinxalaa: Otuu Uummatni Oromoo Gaaffii Mirga Isaaf Ajjeesamaa Jiruu IHAADEG Ayyaana 25ffaa Kabajuun Qaanii Dha

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota
Oduu

Xiinxalaa: Otuu Uummatni Oromoo Gaaffii Mirga Isaaf Ajjeesamaa Jiruu IHAADEG Ayyaana 25ffaa Kabajuun Qaanii Dha

  • Namoo Daandii

Xiinxala kabaja ganna 25ffaa IHADEG

  • Feesbuukii irratti dabarsi
  • Twiterii irratti dabarsi
  • HIriyaa keetti I-meelii ergi

Paartiin biyya bulchu IHADEG ganna 25esso mootummaa Dargii itti kuffisee fi aangoo itti qabate ayyaaneffataa jira.Hujii guurdoo gama diangdee,mirga dhala-namaa,siyaasaa fi ka biroo adda addaa itti milkaqa’e jedhu illee dubbachuutti jira – Moaotummaan IHADEG.

Dhimma kana irratti kan haasofsiisne, hayyuun seenaa fi xiinxalaan siyaasaa – Dr. Iziqeel Gabbisaa garuu, mootummaan IHAADEG, waggoota 25 guutuu ofii taayitaatti cichee, paartiilee kaan cufa of irraa hari’atee, garii hidhee, kaan biyyaa baasee, uummata gaaffii mirgaa dhiheeffate hidhaa, dararaa fi ajjeechaan ukkaamsaa otuu jiruu, dimookiraasummaa biyyattii keessatti gad-dhaabeen jira, jedhee dubbachuun isaa waan nama qaanessu, jedhu.

Xiinxala guutuu dhaggeeffadhaa

Related

  • Obbo Fiqaaduu Tasammaa: Mootummaan Badii Ofii Amanus Hidhamtoonni Marti Ni Hiikamu Jechuu Miti

  • Mootummaan Itiyophiyaa Seera Barreessitoota Interneetii Irraatti Yaaddoo Uume Wixinatee Jira

  • Mormii Barattootaa Yunivarsitii Haramaayaa Keessaa

  • Manneen Diigaman Kan Seeraan Alaa Ti: Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee

  • Magaalaalee Kombolchaa fi Haroo keessatti Rebichaa fi Ajjechaan Itti Fufe Jedhu Barattoonni

  • Waggoata 25n Dabran Keessatti Injifannoolee Hedduu Galmeessisne, Jedhu Hoogganoonni EHADEG. Mormitoonni Garuu Ni Morman

Yaada mul'isi

Back to top
XS
SM
MD
LG