This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/a/3232228.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-06-13. The original page over time could change.
Beela Itoophiyaa fi Gargaarsa USAID

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota
Oduu

Beela Itoophiyaa fi Gargaarsa USAID

  • Betree Silxaan
  • Tigist Gammee

Loogoo USAID

  • Feesbuukii irratti dabarsi
  • Twiterii irratti dabarsi
  • HIriyaa keetti I-meelii ergi

Hogganaan USAID tokko beellii Itoophiyaa barana qunname hammaataa ta’uu isaa dubbatan. Garee Yunaaytid Isteets gara biyyitti godaanef itti aanaa dura ta’aa han ta’e, Oboo Joonaataan Andirsan, sababa Ongee Kanaan belaadoonni bayyen dhumuu fi namoonii rakkina bishaanii fi nyaataa hammaataa dha saaxilaamuu isaanii ibse.

Beela biyyitiiti hamaate Kanaan naanooon Oromiyaa, Tigraay, Afaar, Somaalee, Amaaraa fi Ummata Kibbaa hubamuu isaani han dubbatu itti gaafatamaan kun, “bakka hunda dhaquun hindanda’amu,” jedha.

Obboo Yonaatan mootummaan Itoophiyaa dhaaboota gargaarsaa addunyaa adda addaa wajjin ta’ee namoota gargaarsa barbaadan gara miliiyoona kudhanii ta’u lafa gochuu isa yaadachiisee, biyoonnii biraas beela hammataa Itoophiyaa muudate kanaaf gargaarsa akka godhan wamichaa dhiheessera.

Related

  • Hongee Itiyoopiyaa Mudateen Akkaan Kan Miidhaman Ijoollee Dha

Yaada mul'isi

Back to top
XS
SM
MD
LG