This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3276818p4.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-04-24. The original page over time could change.
Sagalee Ameerikaa

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Gurmnuuleen Ameerikaa fi Awurooppaa Dhiheenya Itiyoophiyaatti Hoogganoota Mormitootaa Oromoo Dubbisan Moo?

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (52)

  • abdallaa bulbulaa
    08.04.2016 22:31
    baayyee dansaadha .garuu yeroon keessan gabaabbatus hojii boonsaa hojjachaa jirtan keessattuu Aangawoota abbaa irree gaaffiif deebiin cinquun.
  • bareentoo oromooti
    08.04.2016 22:41
    Motummaan ethiopia nama du'eef gadda nuti dhagahame jechaa garaa kanani ajjeecha itti fufee jira motummoni addunyaa kana waan salphaati ilaala garaa birraati ummaata bishaan irraa cufaa jira ummaani miidhaan nyaatanis dhaabuun rakkoo hamma keessa jira
  • Ibrahim aliyyii
    08.04.2016 23:17
    yaniko nagaya
  • Anonymous
    09.04.2016 00:18
    Yaada
  • ben Oromo
    09.04.2016 00:48
    jabadha
  • hawaa
    09.04.2016 02:05
    Didma
  • Abdela Abahussen
    09.04.2016 02:09
    Akkam jirtu hundumti keessamn. Yaanni ani qabu mee yaada Obbo Mulaatuun guyyaa 04/08/2016 kennan kana irratti jila warra gara Itoophiyaa deeman jedhaman sana nuuf dubbisa .
  • Anonymous
    09.04.2016 05:23
    Ooduu sports espanish laliga
  • dereje.memo
    09.04.2016 09:49
    jabaadhaa.tajaajillii.haalaaa,gaarriidhaan.nubiraa.gahaa.jira
  • Waaqjiraa
    09.04.2016 10:45
    Hooggantootni koongirasii Feederaalistii Oromoo (KFO) injifannoo karaa uummata biyya keessaa kakaasuu fi ofduuba hiriirsuu irratti argatan kana karaa Diploomaasii fi qunnamtiin cimsanii itti yaaduu qabu. Gurmuun deeggartoota KFO Idil Addunyaas hoggantootaa fi mootummoota biyya alaa walquunnamsiisuu qabu.
  • masin duri
    09.04.2016 10:55
    ormiyaan nii biilisoomtii
  • Baayisaa
    09.04.2016 11:28
    Akkam jirtu nagaa keessanii? Ani hordofaa keessan kan fuula feesbuukii yeroo dheeraati! Garuu komiin qabun isiniin gahuu barbaade. Innis maalinni yoo jettan, bilbilaan fayyadamnee wanta isin sagaleedhaan 'upload' gootaan bilbila fayyadamnee 'download' godhachuu hin dandeenyu. Garuu duraan akkas hin turre. Nuuf sirreessuu yaalaa!
  • kadir
    09.04.2016 14:30
    sagale radio voa amerka
  • Ahmed Abdo
    09.04.2016 16:16
    Jabaadha dhageeffa keessan yeroo maraati.
  • Zeyneb kadir
    09.04.2016 16:50
    Kabajamootan qophesitoota radio kana bayee bayee namagammachisaa Hali Odin itti ergaanuuf dabarsitanu kun hatataman yaadni nuuf dhiyaatu kun halagaariin nama hawataa akuma kanaan itti fufaa yoodan da Ame haala sagaletiin yaadni dhagefatootaa akkamitti akka kessumeesitan yoo haala mijeesitan bayee namati Tolan jedha jezakalah wokayran
  • Anonymous
    09.04.2016 16:58
    OROMOOMUSIC
  • Anonymous
    09.04.2016 17:07
    OROMOOMUSIC
  • Mahamad.usmael.saudiarra
    09.04.2016 17:30
    Yadakessanguyaguyaan.hordofajirrabaayeenamatti tolaahabadhaa)
  • Anonymous
    09.04.2016 17:37
    rakkoo keenyaaf furmaanni harkuma keenya Kira mlee enyuyyuu furmaata nuuf ta'u hindanda'u. kanaafuu tokkummaa Kenya jabeeffannee karaa danda'me hundaan qabsoo finiinsinee bilisoomuu irratti gargaarsa miidiyaa tokko irraa egamu isinirraa egna.
  • abdurahman h ali
    09.04.2016 18:35
    baay'egaarii jirtan ittifuufaa
  • Imimma,aa Dha!
    09.04.2016 19:39
    Duraan Nageenyi Bakka Jirtanitti Isin Hagu,u Jedha Gara Yaada Kootti Yooche,e Maalif Ummanni Oromoo Mirga Namummaadhabe?Biyya Alaaf Kessattille ?Isin Akka Namummaatti Dhabni Keessan Maal Jedha?????????Imimmaanin Barreesse Imimmaanin Dubbisaa!!
  • Imimma,aa Dha!
    09.04.2016 19:43
    Duraan Nageenyi Bakka Jirtanitti Isin Hagu,u Jedha Gara Yaada Kootti Yooche,e Maalif Ummanni Oromoo Mirga Namummaadhabe?Biyya Alaaf Kessattille ?Isin Akka Namummaatti Dhabni Keessan Maal Jedha?????????Imimmaanin Barreesse Imimmaanin Dubbisaa!!

Yaada dabalataa fe'adhu

Back to top
XS
SM
MD
LG