This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3263330p3.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-04-24. The original page over time could change.
Sagalee Ameerikaa

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Reebichaa fi Hidhaa Magaalaalee Baddallee fi Bishooftuutti  Hammaatan Jedhaman

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (22)

  • Garjeeda Qoxxoo
    31.03.2016 23:12
    Maali gidiraandhumti ijoolleen Oromoo fi sabni Oromoo argu kun? Biyya seerri hinjirretti UN fii addunyaa seenee seera eegsisuu qaba!
  • Ahmad Abdalla
    31.03.2016 23:28
    Jaalallif kabaajan ani isiinif qabu bakka jirtaanuti isiin haageesu Hojiin keessan baayye nama boonsa yaadni keenya Maqaa radio sagaale amirkatin I skin gaalatomfana
  • Bilisummaa Feetuu
    31.03.2016 23:36
    Duraan Dursee Maqaa Koo Dhugaa Nageenya Koof Jecha Hin Ibsine Ani Barattuu Kutaa Kudha Lammaffaati oduu Har'a Gara Keenyaan Geessan Dhaga'een jira gaafa kibxataa aarri nutti gad dhiifameera saniinuu kutaa barattoonni keessaatti baqatan galaniitu barattonni baayyeen haspitaala jiru. wanti hunduu dhugaadha oduu hin baayyisu Qophiin Keessan Baayyee Nutti Tooleera Haaluma Kanaan itti Fufaa.Guddaa Isin Galatteeffanna Sagalee Ummataa.
  • Bilisummaa Feetuu
    31.03.2016 23:36
    Duraan Dursee Maqaa Koo Dhugaa Nageenya Koof Jecha Hin Ibsine Ani Barattuu Kutaa Kudha Lammaffaati oduu Har'a Gara Keenyaan Geessan Dhaga'een jira gaafa kibxataa aarri nutti gad dhiifameera saniinuu kutaa barattoonni keessaatti baqatan galaniitu barattonni baayyeen haspitaala jiru. wanti hunduu dhugaadha oduu hin baayyisu Qophiin Keessan Baayyee Nutti Tooleera Haaluma Kanaan itti Fufaa.Guddaa Isin Galatteeffanna Sagalee Ummataa.
  • Sabkeebar
    31.03.2016 23:59
    Dubachuuf .H .?
  • makiya haji jama
    01.04.2016 00:08
    Yadaaa hidhaa ajechaan nuraaa haaa dgabatuuu jedhaa
  • makiya hajii jamaa
    01.04.2016 00:09
    Hidhaaafi ajechaan nuraa haaa dhabatuu
  • Tamam
    01.04.2016 00:12
    Gudaa isin galate faadhaa VOA afaan oromo
  • umar yayaa
    01.04.2016 00:59
    Degaraa ABO ja'anii ullefii rebicha nuratii rawataa aksumas gargasaa umata ossoo hin kanin ji'a 4 malaateesisanii hardhaa guya kamisa q arshii dhibaa 1 2 3 akkanattii kenaa ollan A/ciro Ar/Madhichoo Lakk 3 f Sodaa nagenyaa kotif maqaa koo akka dhoynee
  • Anonymous
    01.04.2016 04:29
    Odeeffannoowwan kunniin natti toleera. Ittifufaa
  • Boriif Jenneeti
    01.04.2016 07:13
    osoo yaada bal'aa argachuuf magaalaa bishooftuu irratti hojjettanii gaariidha,sababni isaa bishooftuun durumayyuu magaalaa oromiyaa taatee osoo jirtuu barnootni afaan amaaraan malee hin kennamu,yoo taaksii keessa teessee ati oromiffa dubbatte namni hundumtuu akka namaan gadiitti si ilaala waan ta'eef irratti hin hojjetamne...
  • shaaganaa
    01.04.2016 15:34
    saawuudaarabiyan. akaam jirti
  • fura
    01.04.2016 16:52
    Bilisumaa
  • Ibsaa jamel
    01.04.2016 18:59
    Yaadni kiyya namni kamiyyu mirga lubbuun jiraachu waan qabuuf reebicha seeran alaa ,saamicha lafaa barattoota doorsisuu haadhabbatu . kan lubbun darbe gumaan haakafalamuu ,kan lubbu namaa baasee too'anna jala haa ooluu???.
  • Falmataa rakkoo
    01.04.2016 20:27
    Maaloo ilmaan oromoo dhumaa jiranii Adunyaa maaf caljedhee ilaala
  • ABDELA
    01.04.2016 22:16
    Baddalle Qofa Osoo Guutuu Oromiyaa Keessatti Loltoonni Agaazi Barattootaafijiraattota Dararaa Jiruu
  • Ibsaa Mahamnad
    01.04.2016 23:12
    Yaa qopheesitoota VOA Afaan oromoo akkam jirtu nagaa keessanii? oduun isin guyyaa guyyaati nubiraan geessan baay'ee nuttoloora haaluma kanaan itti fufaa. Galatoomaa nagaan jiraadhaa.

Yaada dabalataa fe'adhu

Back to top
XS
SM
MD
LG