This version of the page http://www.voaafaanoromoo.com/comments/a3263330p1.html (0.0.0.0) stored by archive.org.ua. It represents a snapshot of the page as of 2016-04-24. The original page over time could change.
Sagalee Ameerikaa

Xurree ittiin seenan

  • Gara gabaasaatti darbi
  • Gara fuula ijootti deebi'i
  • Gara barbaadduutti cehi
  • Learning English
Afaanoota

Reebichaa fi Hidhaa Magaalaalee Baddallee fi Bishooftuutti  Hammaatan Jedhaman

Yaada kenni

Yaadawwan kennaman hunda (22)

  • Garjeeda Qoxxoo
    31.03.2016 23:12
    Maali gidiraandhumti ijoolleen Oromoo fi sabni Oromoo argu kun? Biyya seerri hinjirretti UN fii addunyaa seenee seera eegsisuu qaba!
  • Ahmad Abdalla
    31.03.2016 23:28
    Jaalallif kabaajan ani isiinif qabu bakka jirtaanuti isiin haageesu Hojiin keessan baayye nama boonsa yaadni keenya Maqaa radio sagaale amirkatin I skin gaalatomfana
  • Bilisummaa Feetuu
    31.03.2016 23:36
    Duraan Dursee Maqaa Koo Dhugaa Nageenya Koof Jecha Hin Ibsine Ani Barattuu Kutaa Kudha Lammaffaati oduu Har'a Gara Keenyaan Geessan Dhaga'een jira gaafa kibxataa aarri nutti gad dhiifameera saniinuu kutaa barattoonni keessaatti baqatan galaniitu barattonni baayyeen haspitaala jiru. wanti hunduu dhugaadha oduu hin baayyisu Qophiin Keessan Baayyee Nutti Tooleera Haaluma Kanaan itti Fufaa.Guddaa Isin Galatteeffanna Sagalee Ummataa.

  • Sabkeebar
    31.03.2016 23:59
    Dubachuuf .H .?
  • makiya haji jama
    01.04.2016 00:08
    Yadaaa hidhaa ajechaan nuraaa haaa dgabatuuu jedhaa
  • makiya hajii jamaa
    01.04.2016 00:09
    Hidhaaafi ajechaan nuraa haaa dhabatuu

Yaada dabalataa fe'adhu

Back to top
XS
SM
MD
LG