Wiixata, Bitootessa 28, 2016 Local time: 06:53
Audio
Multimedia
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

    Oduu

    Beela Itoophiyaa fi Gargaarsa USAID

    Loogoo USAID
    Betree Silxaan, Tigist Gammee

    Hogganaan USAID tokko beellii Itoophiyaa barana qunname hammaataa ta’uu isaa dubbatan. Garee Yunaaytid Isteets gara biyyitti godaanef  itti aanaa dura ta’aa han ta’e, Oboo Joonaataan Andirsan, sababa Ongee  Kanaan belaadoonni bayyen dhumuu fi  namoonii rakkina bishaanii fi nyaataa hammaataa dha saaxilaamuu isaanii ibse.

    Beela biyyitiiti  hamaate Kanaan naanooon Oromiyaa, Tigraay, Afaar, Somaalee, Amaaraa fi Ummata Kibbaa hubamuu isaani han dubbatu itti gaafatamaan kun, “bakka hunda dhaquun hindanda’amu,” jedha.

    Obboo Yonaatan mootummaan Itoophiyaa dhaaboota gargaarsaa addunyaa adda addaa wajjin ta’ee  namoota gargaarsa barbaadan gara miliiyoona kudhanii ta’u lafa gochuu isa yaadachiisee, biyoonnii biraas beela hammataa Itoophiyaa muudate kanaaf gargaarsa akka godhan wamichaa dhiheessera.

    Gaabaasni sagalee kunooti
    Gaabaasni sagalee kunootii
    ▶ || 0:00:00
    ... ⇱  
    • MP3 - 2.1MB
    • MP3 - 533.4kB
     
     
    X

     

    Comment Sorting
    Comment on this forum (11)
    Comments page of 2
        Next 
    by: Mahamad bakar
    14.03.2016 17:34
    Report
    Yaada Kee


    by: adam
    14.03.2016 16:15
    Report
    kan dura nyate fudhe nuha nyachisu


    by: Anonymous
    13.03.2016 23:07
    Report
    mesha warana bitu deman


    by: yeroosan
    13.03.2016 20:18
    Report
    mootummaa wayyanee barbadeessuudha....mootummaan wayyanee sareedha foon keenya nyaacha jirti,


    by: Anonymous
    13.03.2016 19:35
    Report
    Yaada Keebeelaa.dura.baahufa.shoorakaandhaabachuu.qaabafj


    by: jinenus
    12.03.2016 21:36
    Report
    waqayyoo ummata isaa him gatu gara kenyaa haa ta'u !!


    by: GEETUU GIRMAA
    12.03.2016 05:56
    Report
    AFAAN OROMOO AFAAN FEDERALA MALIF HIN TAANE?


    by: afranqaallo
    11.03.2016 23:53
    Report
    jajabadha


    by: afranqaallo
    11.03.2016 23:52
    Report
    jajabadha Sa.a an nuhadabalu


    by: Guutamaa Saadiq
    11.03.2016 23:42
    Report
    Yaada Dhugaatahe Kan Akka Kanaa Gurra Addunyaatin Gahuu Keesanif Bayee Isin Galateefana Galatoomaa

    Comments page of 2
        Next 
    Most Viewed
    1. Oromiyaa:Lakkoofsi Itti Gaafatamtoota Oromiyaa Rakko Nagaan Wal Qabatee Aangoo irraa Kaafaman 300 Ga'e
    2. Obbo Baqqalaa Garbaafaa Mormii Nyaata Lagachuu Irra Jiraachuutu Gabaasame
    3. Dr. Mararaa Guddinaa Biyya Alaatti Imaluuf Utuu Yaalanii Buufata Xayyaaraatii Deebifaman
    4. Koomishinni Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa Paarlaamaa Dha Gabaasa Dhiheessufi
    5. Dubbii obboo Beqqelee Garbaa faa ammallee guyyaa 28 duubatti ilaaluuf beellaman
    Most Listened
    1.  Gabaasa guutuu dhaggeeffadha.
    2.  Gabaasni sagalee kunooti.
    3.  Guutummaan gaabaasa kanaa kunooti.
    4.  Gaafii fi Deebii Boontuu Baqqalaa wajjin godhame.
    5.  Gabaasa Guutuu