Wiixata, Bitootessa 28, 2016 Local time: 15:21
Audio
Multimedia
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

    Oduu / Itiyoophiyaa

    Embaasiin USA fi Noorwey haala Oromiyaa keessa jirtu irratti lammii isaanii Itoophiyaa jiranii fi achi dhaquuf jiran akeekkachiisan

    Embaasii Yunaaytid Isteetis(USA)
    x
    Embaasii Yunaaytid Isteetis(USA)
    VOA

    Embaasiin USA Itoophiyaa jiru jeequmsa dhiyoo tana magaalaa Shashamanee keessa jiru jedhanii fi walitti bu’iinsa magaalaa Ajjee tohachumatti jira jedhee akka lammiin isaanii naannoo jeequmsatti jiran jedhan sun hin dhandhe itti dhaame.

    Akkana jedha Embaasiin USA dhaamsa lammii isaaniitii dhaameen;karoora nagaa keessanii irra deebihaa ilaalaa, mirgaa bitaa ufi hubadhaa, waan naanno teessan jiraa ilaalaa,oduu naannoo teessanii quba qabaadhaa.

    Akka lammiin USA gama nagaatiin waan bulchootii naannoo jedhanillee hordofan itti dhaame.

    Embaasiin USA kun akka lammiin Amerikaa nagaa addunyaa quba qabaachuuf marsaa interneetii Ministera Haajaa Alaa USA (Department of States) ilaalanii odeeffannoo Itoophiyaallee quba qabaatan itti dhaame.

    Odeeffannoo guutuu qabaachuuf ammooo embaasiin USA Finfinnee jiru akka lammiiwwan isaa bilbilaanii odeeffannoo qabataan itti dhaame.

    Noorweeyilleen odeeffannoo marsaa odeeffannoo isii irratti baafteen akka lammiin isii naannoo Oromiyaa jiran ykn dhaquuf karaa jiran Finfineellee dabalee haala naannoon sun keessa jirtu hubatan akeekkachiiste.

    This forum has been closed.
    Comment Sorting
    Comments page of 6
     Previous   Next 
    by: CHALA ASFAWU
    18.02.2016 16:02
    Report
    Magaalaa Najjoo Kessatti Sochin FDG Ciminaan Torban Kana Itti Fufeera. Manni Barnootaas Addaan Citee Jira Namnis Qabamee Reebamaa,hidhamaa Jira Qeerroonis Booda Deebiaa Hin Jiru. Oduu Dabalataaf Lakk.Bill. 0945744703


    by: siin boonna oromo
    18.02.2016 15:17
    Report
    Yaada Kee:jabaadha nun jabeessa.isin jaalana haaluma kanan itti fufaa.


    by: Anonymous
    18.02.2016 15:13
    Report
    ormoon amalee taka hatatuu


    by: hirphoo bullii
    18.02.2016 15:06
    Report
    gadaan bullaa malee m.k hin feenu


    by: Dr. Taaddasaa
    18.02.2016 14:26
    Report
    jabadhaa jenna


    by: Tekle Bekele
    18.02.2016 14:08
    Report
    Yaada Kee hojii siin hojechaa jirtaan kan nama boonsuudha guddaan issin jalaadha galatooma.


    by: abdulayyıı hussen aliyyi
    18.02.2016 13:09
    Report
    Yaada Kooimbaasiiooilee
    garagara akka huubatuu danda anafaaniin fi vidiollehalootaykndararaa achiiakkaaibsiinhadaraa


    by: Maqaan haa hafu
    18.02.2016 12:49
    Report
    Haala G/Qellem Wallaggaa aanaa jimmaa Horroo keessatti ta'aa jiru diddaa uummataan wal qabatee Tarkaanfii mootummaan fudhachaa jiru isin beeksisuuf adaraa bilbila kanaan nu quunnamaa maaloo yaa warra VOA bilbilli keenya
    0961828930


    by: soorii sooressaa
    18.02.2016 11:56
    Report
    addunaan unduu nuuf haa baru (najjoonis guyyaa kaleessaa 09/06/2008 Jeequmsa keessa oolte


    by: soorii sooressaa
    18.02.2016 11:54
    Report
    addunaan unduu nuuf haa baru (najjoonis guyyaa kaleessaa 09/06/2008 Jeequmsa keessa oolte

    Comments page of 6
     Previous   Next 
    Most Viewed
    1. Oromiyaa:Lakkoofsi Itti Gaafatamtoota Oromiyaa Rakko Nagaan Wal Qabatee Aangoo irraa Kaafaman 300 Ga'e
    2. Dr. Mararaa Guddinaa Biyya Alaatti Imaluuf Utuu Yaalanii Buufata Xayyaaraatii Deebifaman
    3. Obbo Baqqalaa Garbaafaa Mormii Nyaata Lagachuu Irra Jiraachuutu Gabaasame
    4. Koomishinni Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa Paarlaamaa Dha Gabaasa Dhiheessufi
    5. Dubbii obboo Beqqelee Garbaa faa ammallee guyyaa 28 duubatti ilaaluuf beellaman
    Most Listened
    1.  Gabaasa guutuu dhaggeeffadha.
    2.  Gabaasni sagalee kunooti.
    3.  Gaafii fi Deebii Boontuu Baqqalaa wajjin godhame.
    4.  Guutummaan gaabaasa kanaa kunooti.
    5.  Gabaasa Guutuu