Roobii, Bitootessa 16, 2016 Local time: 15:14
Audio
Multimedia
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

    Oduu

    Qabsoon Ammaa Karaan irra Bu’e Jiru, Qabsoon Nagaa Kun Ija Argamsiisuu Danda’a Jedha ADOn

    Leencoo Baatii,Dubbii himaan ADO
    Tuujubee Horaa

    Xumura torban darbee Addi Dimokraatawaa Oromoo haala yeroo ammaa Oromiyaa keessa jiru ilaalchisuun ibsa baasee jira.

    Dubbi himaan dhaabichaa Obbo Leencoo Baatii qabiyyee ibsa sanaa ennaa  nuuf ibsan ajjeechaa yeroo ammaa ni balaaleffanna,qabsoo uummati keenya karaa nagaan bilisummaa isaa gonfachuuf geggeessu ni deggerra jedhan.  Tarkaanfiin gara jabinaa mootummaan uummata irratti fudhataa jiru immoo qabsoo kana boodatti hin deebisu jedhaniiru.

    Qabsoo uumamtaa kana galmaan ga’uuf illee tokkummaan jarmayoota Oromoo barbaachisaa dha jechuu dhaan dubbi himaan Adda Dimokraatawaa Oromoo obbo Leencoo Batii nuuf ibsaniiru.

    Guutummaa gaaffii fi deebii Obbo Leencoo Baatii wajjin geggeessamee dhaggeeffadhaa
    Guutummaa gaaffii fi deebii Obbo Leencoo Baatii wajjin geggeessamee dhaggeeffadhaai
    ▶ || 0:00:00
    ... ⇱  
    • MP3 - 5.7MB
    • MP3 - 1.4MB
     
     
    X
    Comment Sorting
    Comment on this forum (95)
    Comments page of 10
     Previous   Next 
    by: Sirneessaa Indaaluu
    23.02.2016 18:42
    Report
    Yaadi anni qabu akkumma bekkamu motummaan wayaanee gocha gara jabbumma bayyee cimma taa,ee kan ummata irratti fudhaacha jirtudha garu ummani qoftti qaabsoo jaalqaabame kana bakkan ga,a jeechun annan akka kotti bayyee narakkisa malif yoo jettan kan nutti ittin lollu dhagaa qofa kanaf akka dhabba ummata oromoodhaf dhabatte jirutti uttu nubbukee dhabaattani anaan bayyee natti tola doggogoorra qubbeettif na ofkaalcha isinin jedha galatooma


    by: LAMII
    23.02.2016 18:36
    Report
    Hojiiwaaqaa fii kolfasaree hinbekan jedhuu abotin kun nadhibera isiinoo maijetuu?


    by: Alemu Iyasu
    23.02.2016 16:49
    Report
    Yaadni koo 1ffaa Abo'n maaf oromiyaa hin seenuu,yeroo uummanni ka'ee dhagan loluu argarsa utuu argateemmo akkam haa ta 'uu jettuu?


    by: lelisaa oromiya
    23.02.2016 16:39
    Report
    magala awwaday keessati lubu namaa sadi madesu dubartin takaa dhute jiirti


    by: lelisaa oromiya
    23.02.2016 16:39
    Report
    magala awwaday keessati lubu namaa sadi madesu dubartin takaa dhute jiirti


    by: lelisaa oromiya
    23.02.2016 16:38
    Report
    magala awwaday keessati lubu namaa sadi madesu dubartin takaa dhute jiirti


    by: lelisaa oromiya
    23.02.2016 16:38
    Report
    magala awwaday keessati lubu namaa sadi madesu dubartin takaa dhute jiirti


    by: lelisaa oromiya
    23.02.2016 16:38
    Report
    magala awwaday keessati lubu namaa sadi madesu dubartin takaa dhute jiirti


    by: ABDI
    23.02.2016 16:36
    Report
    OROMO.FI.OROMIYaa


    by: MA
    23.02.2016 14:02
    Report
    QABSON ITIFUFAA QABAA!!

    Comments page of 10
     Previous   Next 
    Most Viewed
    1. Muummee Ministeraa:Waan Oromiyaa fi naannoleetti ummata garaa haammeesse mootummaatti itti gaafatama
    2. Rooytersi(Reuters):Barattootii Yuniversitii Finfinnee Embaasii Amerikaa Duratti Hiriira Bahan
    3. Mormii Oromiyaa, Tarkaanfii Mootummaa fi Hangoo Irraa Kaafamuu Hoggantootaa Irratti Ogeessi Seeraa Maal Jedha?
    4. Gaazexeessitota biyya lamaa Itoophiyaa keessatti saatii 24 hidhanii gadi dhiisan
    5. Angaawonni Dh.D.U.O Lama Hujii Irraa Buusaman
    Most Listened
    1.  Gaafii fi deebii Dr.Tsaggaayee Araarsaa wajjin goone dhaggeeffadha.
    2.  Gabaasa guutuu dhaggeffadha.
    3.  Gabaasa Guutuu Caqasaa.
    4.  Gabaasa guutuun kunooti
    5.  Tana caqasaa