Jimaata, Fulbaana 26, 2014 Local time: 01:32
Audio
Multimedia
 VOA Afaan Oromoo
 VOA Amharic
 VOA Tigrigna

VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee

Oduu / Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laata?

Kora Waldaa Qorannoo Oromoo

Waldaa Qorannoo Oromoo
x
Waldaa Qorannoo Oromoo
Jaallannee Gammadaa

Waldaan Qorannoo Oromoo kora isaa isa 28ffaa Hagayya 2 fi 3 bara 2014 galma yunivarsitii Hawaard kan Waashingtan Dii sii keessatti gaggeesse jira.

Kora kana irratti hayyoota Oromoo fi kanneen Oromoo hin ta'in mata duree adda addaa irratti ibsa kennanii jiru. Gadaa Gujii fi Boranaa kan ilaaleen abbootiin Gadaa fi hayyonni ibsa kan kennan yoo ta'u hooggana Gadaa fi rakkoo bulchiinsaa kan jaarrraa 21ffaa maal akka ta'e irratti mari'atamee jira.

Namoota dhunfaa dhaabbatootaa fi kanneen biroo qooda olaanaa gumaachaniif badhaasi kennamee jira.

Gabaasa Guutuu caqasaa
Gabaasa Guutuu caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download
Gaaffii fi deebii geggeeffame kutaa 2ffaa caqasaa
Gaaffii fi deebii geggeeffame kutaa 2ffaa caqasaai
▶ || 0:00:00
... ⇱
 
🔇
X
  • Download

 

 

 

 

 

This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730

Gabaasa Guutuu caqasaa

Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa


 Wixata Mp3
 Kibxata Mp3
 Roobii Mp3
 Kamisa Mp3
 Jimaata Mp3

 

Afaan Oromoo Audio Archives

Amharic and Tigrigna News

  • ኣፍሪቃ ኣህጉረ ቅብፀት ምኳና ኣብቂዑ ኢሎም ቀ/ሚ ሃይለማርያም ደሳለኝ
  • ኦባማን ሃይለማርያምን ተዘራሪቦም
  • ኣብ ኤርትራ፡ መንእሰያት ኣብ ምህዞ ተክኖሎጂ
  • VOA60 America
  • VOA60 Africa
  • VOA60 World
More
Most Viewed
  1. Daawwannaa Abbaa Gadaa Ameerikaa keessaa
  2. Addunyaan Kora Tokkummaa Mootummootaatiif New York jirti, Perezdaanti Obaaman Bulchotii Addunyaa Rakkoo Addunyaa Faluuf Guddo Hin Hojjanne Jedhe
  3. Bulchootii Addunyaa Jijjiirama Qilleensaa Irratti Mari’achuuf New York,Amerikaa Jiran
  4. Golli Naga eegumsaa Wixinee murtii kan garee shorokeessotaatti duuluu dandeessisu raggaasise
Most Listened
  1.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  2.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  3.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  4.  Oduu Afaan Oromoo 1730
  5.  Oduu Afaan Oromoo 1730